Êlã Ñëgñ

Êlã Ñëgñ Don’t be sad ALLAH is with us 🙏
🇬🇧

04/04/2024
04/03/2024

Follow me please🙏🙏🙏

04/02/2024
03/24/2024

# WALLOO.

Yeroo dheeraaf Mootummaan Finxaaleeyyii Amaaraa Faannoo Amhaaraa jechuun of waaman Ummata Oromoo Walloo irratti haleellaa banuun yakka ajjeechaafi miidhaa qaamaa dhaqqabsiisuu erga eegalan waggoota lakkoofsiisee jira.

Finxaaleeyyiin kunneen yakka ajjeechaa, miidhaa qaamaafi saamichaa kana kan raawwatan ammoo daangaa Oromiyaa cabsanii seenuun akka ta’e jiraattoonni kan himan yoo ta’an kun ammoo Oromoo Walloo irratti yaaddoo guddaa ta’aa kan turedha.
Halleelaa finxaalleeyyiin kunneen bananiin saamichi raawatame jiraachuurra darbee hawaasa Oromoo walloo biratti namoota jajjabbo ta’an dhabnee jirra jechuun komii kaasaa jiraachuun dhagahameera.

Kaayyoon finxaaleeyyii faannoo inni ijoon ummata Oromoo Walloo balleessuu, qe’eefi qabeenyaa isaa irraa buqqisuu akka ta’ee jiraattonni iyyata Jiru.
Hidhatoonni kunneen wayita daangaa cabsanii bulchiinsa Oromoo Walloo keessa seenan, rasaasaan nama fi horii ajjeessuu, qote bultootaa fi horsiisee bultoota naannichaa keessa jiraatan buqqisuufi saamichaa kan raawwatan ta'uu jiraattoonni kan himan.

Wayita rakkoon akkanaa kun uumamuutti mootummaan naannichaa caldhisee nurratti ilaaluun isaas rakkoo guddaa nutti fidaa jirachuun komataniiru.

Kanafuu, ilmaan oromoo goleelee oromiyaa hunda kessaa jiratan duula sanyii daguuggaa nurratti adeemsifamaa jiru kana akka nuwaliin hiriirtan jechuun waamicha dhiyeessera.

Dabalataan, mootummaan Federaalaa rakkoo kanaaf xiyyeeffannaa kennuun, qaamoolee ummata irratti miidhaa dhaqqabsiisaa jiran irratti tarkaanfii akka fudhatanis jiraatonni godina walloo gaafataniiru.
,😊

03/03/2024

IRRA GAARIIN HAALA AMALA TOLUUDHA ,JEDHE NABI MUHAMMAD SALLALLAHU ALEEHI WASALLAM❤️❤️❤️❤️

❤️🥰💥
03/02/2024

❤️🥰💥

Address

Manchester, VT

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Êlã Ñëgñ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share