Kush media

Kush media oduu afaan oromo artii afaan oromo

11/09/2025
11/09/2025

Oromo reel

Utuu isin ta’ee maal gootu?(Seenaa dhugaa obboleettiin keenya tokko nuuf ergite!Waggaa 3 guutuu jaalala bareedaa waliin ...
05/13/2025

Utuu isin ta’ee maal gootu?(
Seenaa dhugaa obboleettiin keenya tokko nuuf ergite!
Waggaa 3 guutuu jaalala bareedaa waliin dabarsine. Yeroo Gammachuukoof gaddakoo hunda ana waliin dabarse. Waan hedduu ana waliin tahe. Baay’een jaaladhaan. Hedduu na kabaja , naaf yaadas. Ana waliin relationship keessa utuu jirruu saal-qunnamtii goonee hin beeknu. Inni ana malee shamarree biraa hin beeku, anis Isa malee dhiira kan biraa hin beeku.

Guyyaan isaa ga’ee waggaa 3 booda gaa’ela guddaa godhannee waliin jiraachuu jalqabne. Garuu gaa’ela keessatti taateen qorqalbii keenya qabe tokko nu mudate. Egaa Abbaan manaaf haati manaa tokko gaa’ela keessatti saal-qunnamtiin wal gammachiisuu qabu. Ijoollee godhachuus ni barbaanna.Anaaf inni wal-qunnamtii saalaa yeroo gochuuf kaanu qaamni saalaa isaa tasumaa hin kahu. Yeroo hedduu irra deddeebiin yaaleen dadhabne.
ji’a 4 guutuu utuu namatti hin dubbatin turree gara mana yaalaa naannoo keenya jiru deemnee homaa furmaata akka hin qabne bare. Kunoo amma ji’a 6 taaneerra. Hanga ammaa durbummaa kiyyaanin jira. Inni xiinsammuun baayyee miidhameera. Ana dhiisii nama biraatti heerumii gammadii jiraadhu naan jedha. Ani garuu fudhachuu hin dandeenye. Hedduun jaaladha, waan hedduu Anaaf jedhee dhabe.
Mee maal naan jettu? Maal na gorsitu?
Yaada keessan comment jalatti nuuf barreessaa.

04/29/2025

Sirba jalala NEW OROMO MUSIC

Address

New York, NY

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kush media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share