Atinaaf

Atinaaf Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Atinaaf, Digital creator, .
(1)

20/07/2025
19/07/2025

Yeroo Wa-lqunnamtii Sa-alaa Dubartiin  Fedhii Ba'uu Ishii Akkamitti Beekna?◈◈◈◈◈◈◈◈◈◈◈◈◈◈◉  Yeroo Wa-lqunnamtii sa-alaa ...
18/07/2025

Yeroo Wa-lqunnamtii Sa-alaa Dubartiin Fedhii Ba'uu Ishii Akkamitti Beekna?
◈◈◈◈◈◈◈◈◈◈◈◈◈◈

◉ Yeroo Wa-lqunnamtii sa-alaa fedhii isaanii ba'anii xummuruun dubara irra gara dubaraatti garaagarummaa qabaachuu danda'a. Dubartoonii tokko tokko sirumaayyuu waan fakkeessaniif dhiirri akka ishiin fedhii baate beekun ni ulfaata. Dhumarratti dubartiin yeroo fedhii baatu sagaleen ishiin dhageessiftu yookin gochi ishiin agarsiiftu ni jira.

➲ Hargansuu fi dha'annaan onnee ishiitu dabala.
➲ Qaamni ishii baqee ifee mul'ata.
➲ Miira gammachuutu itti dhaga'ama.
➲ Of too'achuu dadhabdee of wallaalti.
➲ Qaamni ishii ni hoollata.
➲ Nafsaalli ishii ni jijjiirama.
➲ Qaama saalaa keessaa dhangalaa'an gadi nam'a.
➲ Haasawaa feeti, oduun itti mi'aawa.

11/07/2025

Address

IN

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Atinaaf posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Telephone
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share