Ziyad HD

Ziyad HD Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ziyad HD, Digital creator, 1130 S Burlington Boulevard, Austin, TX.

Lafa ganamaa
09/22/2025

Lafa ganamaa

09/21/2025

09/20/2025

Gaaffii tana Akka afoolattin joollummaa kiyya dhagayaa ture. deebisa mee Process isaa wajjiin
Simbira tokkotu simbirroota danuu waliin walitti dhuftee "akkam jirtu yaa warra dhibbaa?" jette! Isaanis deebisanii nuyillee dhibba hin guunnu—hamma keenya dabalannee, walakkaa keenya dabalannee, nuusa keenya dabalannee akkasumas siin dabalannee dhibba ni guunnaa jedhan! Hammi simbirroota kanaa meeqa (Kan karaatti simbira sanatti dhufan)?

09/19/2025
09/17/2025

Gaaffii tana deebisaa
Mucaattu Intala mootii jaalate fuu fuudhu barbaade mana mooti dhaqee intala teetan fuudhu fedhaa jedheen.San booda Mootiinis ni fuuta jedhee waa gaafate. gaaffin isaatis Burtukaana Diima Qaruura keessa Godhii fidii jedheen. akkam godheet Burtukaana Diimaa qaruuraa keessa godhee fida duuba mee?

09/17/2025

♥️👍👍

09/15/2025

Zakkii Dallas Mudannoo Jaalalaa Ni qabaa jedheet gaafate Abdi show

09/15/2025
09/15/2025

♥️👍

  AJAA'IBAA (Ziyad HD) ``````share```````Guyyaa Rasuulli Aalamaa du'an Mu'azzinni isaanii beekkamaan Bilaal Ibnu Rabaah ...
09/15/2025

AJAA'IBAA (Ziyad HD)
``````share```````
Guyyaa Rasuulli Aalamaa du'an Mu'azzinni isaanii beekkamaan Bilaal Ibnu Rabaah salaanni Yoo gayu azaanuu eegale. Garuu bakka maqaa isaanii yeroo ga'u itti fufuu dadhabee addaan kute. "Guyyaa arraa booda jireenyi Madiinaa naaf ga'a" jechuun Shaamitti godaane. Kana booda osoo gara Madiinaa hin deebi'in waggaa hedduu ture.

Halkan tokko Rasuulli S.A.W Manaamaan itti dhufanii "Yaa Bilaal! Maaliif akkanatti nu dagatta?!" Isaan jedhe. Bilaalis Rifatee Yoo hirriibaa Ka'u, halkan walakkaa dha. Ka'ee meeshaa isaa walitti qabatee Yeroo subhiin gahu salaata Subhii salaatee, gara Madiinaa deeme. Madiinaa seenee Qabrii jaalallee isaa osoo ziyaaraa jiruu Hassan fi Husseeyn isa arganii fudhatanii mana isaaniitti galfatan. Isaan Bira bulee Salaanni Subhii Yoo ga'u waggaa meeqa booda sagalee isaa bareedduu sanaan azaana gad lakkise. Ummanni Madiinaa sagalee isaatiin jaalallee isaanii yaadatanii boo'uu eegalan.

Kana booda Madiinaa irraa bahee, Shaamitti deebi'e. Osoo hin turin dhukkubaan qabame. Osoo hin du'in duratti jaartiin isaa "yaa rakkoo kiyya" jettee boo'uu eegalte. Hoggaa kana Innis وا فرحاه غدا القى الأحبة محمدا واصحابه ykn "yaa gammachuu kiyya Boru jaalallee kiyya Muhammad fi Sahaaboota isaa qunnamuufin deema" jedhee deebiseef. Maasha Allah!

Anaa fi Nama barruu tana dubbise hunda Nama guyyaa du'u "Yaa gammachuu kiyya Muhammad fi Sahaaboota Bira dhaquufin deema" jedhee gammachuun Ruuhiin isaa baatu Rabbi nuhaa godhuu!

09/13/2025

Shaggooyyee

09/13/2025

Buna

Address

1130 S Burlington Boulevard
Austin, TX
98233

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ziyad HD posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ziyad HD:

Share