Dabbalwood Media

Dabbalwood Media page koo follow & YouTube Koo Subscribe godhaa maatii tahaa Link kanaan :;- https://www.youtube.com/
(1)

22/07/2025

Sirba jedhan coming soon Fandishe Mullataa....๐ŸŽ๐Ÿ…๐Ÿ…

Suuraa miciyyoo tanaa maaliif Media kana gubbaa olii fi gad oofuun barbaachise jettan yaa bu daa?
21/07/2025

Suuraa miciyyoo tanaa maaliif Media kana gubbaa olii fi gad oofuun barbaachise jettan yaa bu daa?

๐‡๐š๐ซ๐ฆ๐ž๐ž๐ง ๐Ž๐Ÿ๐ข๐ข๐‡๐ข๐ฒ๐ฒ๐ž๐ž๐ญ๐ญi๐ข๐Ÿ ๐…๐จ๐ค๐ค๐ข๐Ÿ๐ญ๐ฎ๐ฎ๐‡๐ข๐ง ๐ช๐š๐›๐๐ฎ!๐Ÿ’ my momโค๏ธ
21/07/2025

๐‡๐š๐ซ๐ฆ๐ž๐ž๐ง ๐Ž๐Ÿ๐ข๐ข
๐‡๐ข๐ฒ๐ฒ๐ž๐ž๐ญ๐ญi๐ข๐Ÿ
๐…๐จ๐ค๐ค๐ข๐Ÿ๐ญ๐ฎ๐ฎ
๐‡๐ข๐ง ๐ช๐š๐›๐๐ฎ!๐Ÿ’ my momโค๏ธ

20/07/2025
Bara 2100tti diinagdeen biyyoota addunyaa keessaa walakkaan Ardii Afrikaadha.Diinagdee guddaa bara 2100tti Afrikaa keess...
19/07/2025

Bara 2100tti diinagdeen biyyoota addunyaa keessaa walakkaan Ardii Afrikaadha.

Diinagdee guddaa bara 2100tti Afrikaa keessatti.

1)- Itoophiyaa ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น
Tilmaama Gahee GDP Addunyaa (2100): 1.88%
Tilmaama GDP PPP (2100): Doolaara tiriliyoona 8.44
Baayโ€™ina Uummataa (2100): 323,742,000

2)- Naayijeeriyaa ๐Ÿ‡ณ๐Ÿ‡ฌ
Tilmaama Gahee GDP Addunyaa (2100): 1.54%
Tilmaama GDP PPP (2100): Doolaara tiriliyoona 6.91
Baayโ€™ina Uummataa (2100): 546,092,000

3)- Masrii ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ฌ
Tilmaama Gahee GDP Addunyaa (2100): 1.31%
Tilmaama GDP PPP (2100): Doolaara tiriliyoona 5.88
Baayโ€™ina Uummataa (2100): 205,225,000

3)- Taanzaaniyaa ๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ฟ
Tilmaama Gahee GDP Addunyaa (2100): 1.02%
Tilmaama GDP PPP (2100): Doolaara tiriliyoona 4.58
Baayโ€™ina Uummataa (2100): 244,819,000

Yaa subhaanallah ๐Ÿ˜ฅBalaa Konkolaataatiin miidhamee dhukkubsate. Sana booda gaggabee waggaa 20 uf hin beeku. Hospitaala ke...
19/07/2025

Yaa subhaanallah ๐Ÿ˜ฅ
Balaa Konkolaataatiin miidhamee dhukkubsate. Sana booda gaggabee waggaa 20 uf hin beeku. Hospitaala keessa ture. Ijji isaa tun akka waggaa 20 tii hin banamne!

Hardha ajalli Rabbii itti dhuftee aakirame.
Namni gariin osomaa fayyaan fiigu tasuma du'a.
Gariin dhukkubaan waggaa 20 gaggabee du'a.
โœ๏ธ Faruk Ali

 ? โค๏ธ๐Ÿ’œJaartiin Gosa Afur (4) qabdi. Dubbisaa!!1.Jaartii hamtuu:Jaartii ajaja jaarsa Isii hin goone, tan jaarsa Isii hin ...
19/07/2025

? โค๏ธ๐Ÿ’œ

Jaartiin Gosa Afur (4) qabdi. Dubbisaa!!

1.Jaartii hamtuu:
Jaartii ajaja jaarsa Isii hin goone, tan jaarsa Isii hin dhageenye. Jaartii Azaaba duniyaa jaarsa seensistu.

2. Jaartii hifatuu:
Jaartii waan jaarsi itti ajaje hunda osoo jibbituu hojjattu, garuu ajaja jaarsaa hin diddu.

3.Jaartii Nagayaa:
Qaalii jaarsaa hin diddu. Ajaja isaa nigooti. Waan inni ajaje hunda nihojjatti, garuu ajaja isaa malee ofii hin beeytu!

4.Jaartii Raaziyaa:
Jaartii osoo hin dubbatin, waan inni fadhuu fi waan inni jibbu fuula isaarraa qaraatu, tan osoo inni itti hin himne beeytu, tan ajaja jaarsaa malee isaa gammachiistu.

Yaa nama dhugumaan fuudha feetu jaartii Raaziyaa tan akka lakkoofsaa 4ffaa irra jirtuu tana Rabbiin nuuf haa kennu!

Feesbukiin koo ugguramee waan jiruuf yaa obboleewwan kiyya qaqqaalii fi gaggaarii waliif Share godhaa. Baay'ee Galatoomaa

Maxxansaa kankoo kana Rabbi qoftiin narraa jaalannaan anaaf gahaadha!

Barreeffama kana erga dubbistanii xumurtan boodaan waliif Share godhaa.

19/07/2025

Sa'aa Ammaa โฑ๏ธ Daqiiqaa Ammaa Secoondii Ammaa Kanatti Yaada kee san si baasee gammachu sihaa dhageessisu๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ

Innaa lillaahi wa'innaa ileyhi raaji'uun ๐Ÿ˜ญ๐Ÿฅน*******************Gaaddisaa fi guddisaa ofii dhabe Abbaan ofii gaaddisaSulxa...
18/07/2025

Innaa lillaahi wa'innaa ileyhi raaji'uun ๐Ÿ˜ญ๐Ÿฅน
*******************

Gaaddisaa fi guddisaa ofii dhabe
Abbaan ofii gaaddisaSulxaan Al-Keeyririri obboleessa kiyya irraa abbaan guyyaa hara'aa gama daara aakiraa dabran rabbiin rahmata haa godhuuf.
Du'aa'ii godhaafii obboleessa keenma jajjabeessaa.

โœ๏ธ Abdi Ragasaa

18/07/2025

Artist Mertu ๐Ÿคฉ๐Ÿคฉ๐Ÿคฉ

The legend Athelete Ganzebe  Dibaba ๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ชโค๏ธโค๏ธ
18/07/2025

The legend Athelete Ganzebe Dibaba ๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ชโค๏ธโค๏ธ

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dabbalwood Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dabbalwood Media:

Share