Nur Broadcast

Nur Broadcast like and share this page.

16/03/2026

Look it.

ኢየሱስ ጌታ ነው የምል ትውልድ ሙሉ በሙሉ መንግስተ ሰመይ አይገበም።ክርስቲያኖች ፍፅሞ መንግስተ ሰመያት አይገቡም። እየሱስ ክርስቶስ ነው የተናገረው።
06/03/2026

ኢየሱስ ጌታ ነው የምል ትውልድ ሙሉ በሙሉ መንግስተ ሰመይ አይገበም።
ክርስቲያኖች ፍፅሞ መንግስተ ሰመያት አይገቡም። እየሱስ ክርስቶስ ነው የተናገረው።

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Adugna Deresa Page, Abee Geetuu, Nasru Mammu, Meti Fikadu...
03/03/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Adugna Deresa Page, Abee Geetuu, Nasru Mammu, Meti Fikadu, Ahamad Baakalchaa Baarri Saba, Charinat Aboma, ሳሚ ፀጋይ, Mintamir Zenebe, Galmisha Bariso, Boontu Boontu, Olana Damise, Burka Tesfaye, Gum Casemiro, Markos Kebede, Muse Phenxicha, Saraa Oro

Seenaa Islaamaa keessatti, maqaan tokko yeroo waamamu onneen diinaa ni rifata, qalbiin mu'umintootaa ammoo ni boona, Inn...
27/02/2026

Seenaa Islaamaa keessatti, maqaan tokko yeroo waamamu onneen diinaa ni rifata, qalbiin mu'umintootaa ammoo ni boona, Inni Sulxaan Salaahuddiin Al-Ayyuubii, Goota magaalaawwan fi mooraa shantama ol harka warra fannoo (Crusaders) irraa dhuunfatee, lafa Falasxiin dhiigaa fi aarsaan bilisoomse dha.

Seenaan ajaa’ibaa tokko kitaabota keessatti galmaa’ee argama. Yeroo Sulxaan Salaahaddiin addunyaa kana irraa godaanu, see-fiin isaa, isheen dirree Jih-aadaa irratti isa cinaa turtee fi ishee diina ittiin cabsee sun, kafana isaa keessa galee isa wajjin akka awwaalamu taasifame.

Murtoon kun kan Qaadii beekamaa, Al-Faadil ture. Namoonni yeroo maaliif jedhanii gaafatan, Qaadiin sun jecha seenaa keessatti hin dagatamne tokko dubbate:
"See-fii kanaan Jannata keessatti ittiin haa hirkatu."

Rabbi qabsoo fi aarsaa isaa mara irraa haa jaallatu!

Rabbiin irraa haa jaalatu hasanul basriin akkana  ja'an ["Mallattoo Rabbiin gabricha isaa jibbuu dha  Rabbiin gabricha t...
27/02/2026

Rabbiin irraa haa jaalatu hasanul basriin akkana ja'an ["Mallattoo Rabbiin gabricha isaa jibbuu dha Rabbiin gabricha tokko waan hiikkaa isaaf hin qabne keeysatti 'busy' isa taasisuudha.
قال الحسن البصري رحمه الله: من علامة إعراض الله تعالى عن العبد أن يجعل شغله فيما لا يعنيه.
Mallattoon rabbiin gabricha isaa jaalachuudha sodaa isaa kennuufidha. Towbaa fi karaa isaa irratti jabeeysudha
Rabbiin sodaa isaa nuuf haa kennu! Allaahu Akhubar jattuu malee hin darbin! Obsaa Oromoo follow godhuu hin dagatinaa!

Address

P. O. Box 1696
Kella
1000

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nur Broadcast posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share