Oromo Diaspora Media 2

Oromo Diaspora Media 2 The name of the organization shall be Oromo Diaspora Media (ODM Inc). Purpose
Oromo Diaspora Media (ODM Inc.) is,...

It shall be a nonĀ­ profit organization incorporated under the laws of the State of Minnesota (Chapter 317 A Nonprofit Corporations).

Talaallii Vaayiraasii Koronaa(COVID-19) ijoolleef!Dhaamaa baayyee gaariidha!
05/16/2022

Talaallii Vaayiraasii Koronaa(COVID-19) ijoolleef!Dhaamaa baayyee gaariidha!

Ijoollee keessan talaallii COVID-19s tahe kanneen biroo argachuu akka danda'aniif maatiin haala mijeessu qabdu!

Biiroon Fayyaa Minisootaa(MDH) Ramadaanaa bara kanarratti dhaabbata hedduu waliin tahudhaan of eeggannoo fi to'annoo tat...
04/25/2022

Biiroon Fayyaa Minisootaa(MDH) Ramadaanaa bara kanarratti dhaabbata hedduu waliin tahudhaan of eeggannoo fi to'annoo tatamsa'inna Vaayiraasii Koronaa(COVID-19) irratti dalagusaa beeksise.Dhaabbata kanneen keessa WellShare International tokko tahun illee ibsame jira.Dhaabbata WellShare International daarikteeraa dhimma To'annoo fi hubannoo COVID-19 kam tahe Dr Sakhaudin Mohammed COVID-19 alatti dhimmoota kanneen akka dhibee sammuu irratti dalaga jiraachuu isaanii illee MDH'f ibse jira.
https://content.govdelivery.com/accounts/MNMDH/bulletins/31395d4

04/16/2022

Guyyaan Gootota Oromoo(GGOn) Zoonii Kibbaatti kabajame!

Diyaaspooraan Oromoo warreen MN waa'ee Jaal Galaasaa Dilboo maal jedhu?!Guutummaa isaa marsariitii armaan gadii irraa da...
04/03/2022

Diyaaspooraan Oromoo warreen MN waa'ee Jaal Galaasaa Dilboo maal jedhu?!Guutummaa isaa marsariitii armaan gadii irraa daawwadhaa!

Dhaloonni Hardhaa kun Jaal Galaasaa Dilboo irraa maal barachuu danda'aa? Yaada keessaniif +1-202-415-7560 bilbilu dandeessu!

03/28/2022

Guddaa galatoomaa guyyaa tokko keessatti namoonni 1K oli fuula ODM 2ffaa hordofuu keessaniif!

03/24/2022

Fuula Haaraa ODM kana yoo Follow fi Like taasistan qophii keenya kallattiidhaan argachuu dandeessu!

03/24/2022

Fuulli Miidiyaa Diyaaspooraa Oromoo namoota baayyee biratti akka hin mul'anne waan dhorkamneef karaa kana nu hordofuu dandeessu!

Address

4141 NE Central Avenue
Washington D.C., DC
55421

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromo Diaspora Media 2 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share