Furmat news MEDIA

  • Home
  • Furmat news MEDIA

Furmat news MEDIA broadcasting and advertising 12 12 2030

Meshaa waraana kan wayyaanen hikkate.
26/05/2023

Meshaa waraana kan wayyaanen hikkate.

15/03/2023
Deputy Prime Minister and Foreign Minister H.E. Demeke Mekonnen met with US Secretary of State Antony Blinken today and ...
15/03/2023

Deputy Prime Minister and Foreign Minister H.E. Demeke Mekonnen met with US Secretary of State Antony Blinken today and discussed a wide range of matters spanning from the implementation of the cessation of hostilities agreement to Ethiopia's economic situation and regional peace and security issues.

Bitootteessa 4/2015 Nageellee Booranaa,  Booranaa Bahaa Aanaa Gumi_Eeldalloo Guyyaa hardha Miseensii Shiftaa Shanee lama...
14/03/2023

Bitootteessa 4/2015 Nageellee Booranaa,

Booranaa Bahaa Aanaa Gumi_Eeldalloo Guyyaa hardha Miseensii Shiftaa Shanee lama karaa nagaattiin harka kennataan
1.Kana Waata Liiban
Dhalataa Godina Booraana Bahaa Aanaa Gumii Eldaalloo
2.Qalla Diidoo Goollicha
Dhalaata Godina Booraana Bahaa Aanaa Gumii eldaalloo kan ta'ee hidhannoo guutuu waliin harka kennatan.

Bitootteessa 4/2015,Nageellee Booranaa,    Godina Booorana Bahaa Aanaaa Liibanitti Shiftaan  Shanee lamaa hidhannoo guut...
13/03/2023

Bitootteessa 4/2015,Nageellee Booranaa,

Godina Booorana Bahaa Aanaaa Liibanitti Shiftaan Shanee lamaa hidhannoo guutuu waliin harka kennattee.

Shifta shaneen harka kennatan kun;
1.Huqqaa Tuuree Diidaa
Maqaan Shiftummaa
Turtii waggaa torbaa 7
Bakkii dhalootaa Godina Booranaa Bahaa Aanaa Gumii Eeldaalloo
2.Abdii Baayisaa
Maqaan
Iddoon dhalootaa godina shawaa lixaa aanaa jalduu.
Turtii ji,a 7n booda karaa nagaan hidhannoo guutuu waliin harkaa kennaatee.

Sababaa akka isaani gala godhee keessa innii guddaa miidhani uumataa keenyaa irran geennee nu gahaa jechuun gallee jedhan.

10/03/2023

Blinken’s Travel to Ethiopia

Secretary of State Antony J. Blinken will travel to Ethiopia and Niger March 14-17, 2023. On March 15, the Secretary will visit Addis Ababa, Ethiopia where he will discuss implementation of the cessation of hostilities agreement to advance peace and promote transitional justice in northern Ethiopia. He will also meet humanitarian partners and civil society actors to discuss humanitarian assistance delivery, food security, and human rights.

While there, the Secretary will also meet with African Union Commission Chairperson Moussa Faki Mahamat to discuss shared global and regional priorities and follow up on commitments from the U.S.-Africa Leaders Summit regarding food security, climate and a just energy transition, the African diaspora, and global health. The Secretary will underscore U.S. support for African permanent representation in multilateral bodies.

In the first ever visit to Niger by a U.S. Secretary of State, on March 16, Secretary Blinken will meet President Mohamed Bazoum and Foreign Minister Hassoumi Massaoudou in Niamey. He will discuss ways to advance the U.S.-Niger partnership on diplomacy, democracy, development, and defense. Secretary Blinken will also engage youths from Niger’s conflict zones, who have completed the Disarmament, Demobilization, Reintegration, and Reconciliation (DDRR) program, to learn about their contributions to peace in Niger. The Secretary will also further U.S.-Africa Leaders Summit collaboration related to global and regional peace, security, and governance, and the climate crisis.

Yo akka jedhame  maddi walaabu  waan boranaa  bahaa jedhamu jalaa debite soddu jeneraal waaqo wanni asi godhu injiruu bu...
07/03/2023

Yo akka jedhame maddi walaabu waan boranaa bahaa jedhamu jalaa debite soddu jeneraal waaqo wanni asi godhu injiruu buqqisa nagelleti dhaaba.

Nagayatti, Madda walaabu. Ummata_Baalee_Guddaa_Isin_Jaalanna!!Maddi Walaabuu Kan Sikkoo Mandooti Ummanni Madda Walaabuus...
07/03/2023

Nagayatti, Madda walaabu. Ummata_Baalee_Guddaa_Isin_Jaalanna!!

Maddi Walaabuu Kan Sikkoo Mandooti Ummanni Madda Walaabuus Kan Sikkoo Mandooti!!

Tibbana kan madda walaabuun haala gurmaa'iinsa caaseffama mootummaatiin Godina Boorana Bahaa jalatti hawaasni Aanaa Madda Walaabuu fi Aanaa Oborsoo haala kennaa tajaajilaa si'ataa akka argatuuf keessattuu fageenya waliin wal qabatee mootummaan gurmaa'insa taasiseen ummanni fayyadamaa akka ta'u taasifameera.

Akka ummata irraa odeeffachaa turretti nuti haala kennaa tajaajilaa Godina Booranaa Bahaa jechuun godina haaraa mootummaan gurmeesse jalatti gurmaahe irratti yaada qabaniin filannoo kana jaalachuu haaluma walfakkaatuun ibsaa kan turanii dha.Ummanni aanaa madda walaabuu kaleessas, har'as boris ummata Sikkoo Mandooti.

Ummanni Godina Baalee jaalala nuuf qabu nu agarsiiseera, akkasuma ummanni Oromoo hundi jaalala akka nuuf qabu hubanneerra. Ummata Baalee waliin sirna Sikkoo Mandoo akkuma kaleessaa walitti qabna, jiruu fi jireenyas walitti qabna, ummata Baalee fi ummata Oromoo hunda onnerraa isin jaalanna . Yaada Ummata Aanaa Madda Walaabuuti.

Horaa Bulaa Deebanaa !

Gujiin ar'alle hiriira mormi ittifuufte dhugaa lafaafi lafee beytani jabaadha
07/03/2023

Gujiin ar'alle hiriira mormi ittifuufte dhugaa lafaafi lafee beytani jabaadha

06/03/2023
Masfin malaku Shane gogaa badhaadhinna uffate kandhiyo kanaa oromoyaa irrati mudame oromo walii naqee  qaawaa shane banu...
05/03/2023

Masfin malaku Shane gogaa badhaadhinna uffate kandhiyo kanaa oromoyaa irrati mudame oromo walii naqee qaawaa shane banuufi Anotaa baalef gujii irra fottoyise boranaa bahaa jedhe hundesse oromo waliin dhawuu jiraa borani bahaa Kenya jiraa.

02/03/2023

Hayye egaa walitti makataa taate maqaan gare tokkon maa moggaafama.

02/03/2023

Warri boranaa bahaa sikko mando bulchaa jedhu bulchissin bor jijjiramaa warri atii maqaa isaatin bulchitu guyyaa tokko maqaa
Isaa falmatuu in'oluu.
Sun sani warri oromotti galle jedhu oromoti galu dhiisi manaa abolessa keti galu indandettu zooni boraana boranaa bulchaa kun bekkamaa gaafa dhiibamte dubbiin siifii galti.

02/03/2023

Senaa kijibaa fudhate boranaa hangagfatti eda'amne jetti galtuun maltu boranaa hangafaa godhe hangaffin Adaa oromo ardaa irra ingodaanu ennu horteeni maddaa walaabu irra qubatu ? Ennu warri tullu namaa durii(karjul) irraqubatu ennu warri odaa robaa qubatu ennu warri dhadachaa barraaqi qubatu waan warri siyaasa hamile sibussufu odessu dhiisi senaa qabatamaa fidii hangaffin halangeen murtii kennamtefi oromo xabbo kessa arsiicha arsii dummugaa kanjedhusi nuti alaa dhagenne.

Gujiin mormatte dallo ilmaa moggaasa tahu fudhatte fakkaatti akkanaa tahaan yohanbaani walitti hafuu
01/03/2023

Gujiin mormatte dallo ilmaa moggaasa tahu fudhatte fakkaatti akkanaa tahaan yohanbaani walitti hafuu

Address


Telephone

+447446820828

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Furmat news MEDIA posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Furmat news MEDIA:

Shortcuts

  • Address
  • Telephone
  • Alerts
  • Contact The Business
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share