
08/08/2025
Diinoota keenya ni qulqulleessina !!
Badhaadhina itti Fufsiifna !!
=======================
Qorumsaa fi shira diinota keenyaa ni qolanna. Badhaadhinni Itiyoophiyaa damee hundaan akka milkaa’uuf kan yeroo kamiiyyuu caalaa cimnee ni hojjenna. Ilaalcha,aadaa, bartee,lootee seentotaafi baandota imala badhaadhina keenyaa gufachiisan ammoo cimnee ni qulqulleessina.