Harargee Biyya Jaalalaa

  • Home
  • Harargee Biyya Jaalalaa

Harargee Biyya Jaalalaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Harargee Biyya Jaalalaa, Digital creator, .

19/06/2025

Bulchuu buluuniis gandaan miidhaga

16/06/2025

ታዬ ደንደዓ #ብልፅግና እያለ እንደ አብይ #ተዓምራዊ ለዉጥ አምጥተናል ሲለን ነበር የከረመዉ ፥ በዚህ መጠን ብልፅግናን ሊጠምቀን ሊያስተምረን የነበረዉ ታዬ #አሁን ተዓምራዊ በሆነ መከረባበት ከነ #ከበቡሽ ጋር ሲሰለፍ ማየት ያስገርማል።

ለማንኛዉም ስለ ብልፅግና ሲያወራ እና ሲያስረዳ ከተቃዉሞዉ በተሻለ ትርጉም አለዉ ጎበዝ ነዉ 👏

15/06/2025

Arraba lakkuu qabaachuu,
Ofii dubbatanii ofumaaf haaluu!

Gahee Ogeessota Fayyaa Badhaadhina Biyyaatiif!********Godina Harargee Lixaatti mariin Ogeeyyii Fayyaa haala walii galaa ...
22/05/2025

Gahee Ogeessota Fayyaa Badhaadhina Biyyaatiif!
********
Godina Harargee Lixaatti mariin Ogeeyyii Fayyaa haala walii galaa biyyaa fi dhimma kenna tajaajila Fayyaa akkasumas Dantaa ogummaa irratti mariin bakka Itti Aanaa Hojii Raawachisaa Ol'aanaa fi Itti Gaafatamaa dhim/Hawaasumma Koriporeeshinii Ijaarsa Oromiyaa Obbo Kefyalew Ayana fi Bulchaa Bulchiinsa Godina Harargee Lixaa Aadde Ekram Taha gaggeeffamee jira.

Marii kana irratti barreeffamaa gabaabaa Itti Gaafatamaa Waajjira Fayyaa Godina Harargee Lixaa Obbo Mohammediin dhihaachuun irratti mari’atameera.

Ogeeyyiin Fayyaa haala walii galaa biyyaa fi addatti ammoo dhimma kenna tajaajila Fayyaa fi Dantaa ogummaa irratti mari'achaa oolan gaaffii mirgaa gaafnna malee taajijilli ummata keenyaaf kenninu guyyoota hin daangoofne jedhaniiru.

Gaaffiin ka'es haala qabatamaa biyyaa fi qajeeltoo bu'uura godhatee kan deebi'uu qabu malee akka daldaaltonni siyaasaa hawwan ummataa fi biyya gaaga'amaaf saaxiluun akka hin taane ejjennoo cimaa qabaachuun tajaajila qulqulluu fi itti fufiinsa qabu kennuudhaan dirqama ogummaa keenyaa ni bahanna jedhaniiru.

*Inisheetiivii Misooma Dammaa*Mul’atni Oromiyaa galaana Dammaa goochuuf qabame milkaahinoota gurguddoodhaan faayamee raa...
21/05/2025

*Inisheetiivii Misooma Dammaa*
Mul’atni Oromiyaa galaana Dammaa goochuuf qabame milkaahinoota gurguddoodhaan faayamee raawwatamaa jira. Oomisha Dammaa guddisuudhaan madda diinagdee biyyaa gochuuf xiyyeeffannaan hojjatamaa kan jiru yemmuu ta’a, Damma qulqullinaa fi baay’inaan oomishuun al ergiidhaaf oolchuun danda’amee jira.

" Faarsee Bultoota  mootii Girrisaa!"Oduu ammee 🚨🚨Namoonni armaan gadii kunneen  warra of dhoksanii miidiyaa hawaasaatii...
12/05/2025

" Faarsee Bultoota mootii Girrisaa!"

Oduu ammee 🚨🚨

Namoonni armaan gadii kunneen warra of dhoksanii miidiyaa hawaasaatiin biyya diiguu irratti bobba'an ta'uu qaamni nageenya biyya keessaa irra gahee jirra. Namoota kana kaffaltii guddaadhaan ergama kennee kan bobbaase Mootii Girrisaa/ Jawaar Mohammad yommuu ta'u, ergama kennameef irratti hundaa'uudhaan odeeffannoowwan walirri bu'uunsa uumanii biyya gara gaaga'ama hin malletti dhiibaa turuun irra gahameera. Namoonni kun qaama nageenyaatiin hordofamaa kan jiran yommuu ta'u, odeeffannoo isaan tamsaasan irraa of eeggadhaa jenna.

የፈረንሳዩ ፕሬዝዳንት ኢማኑኤል ማክሮን ኢትዮጵያ የባሕር በር ለማግኘት የምታደርገውን ጥረት እንደሚደግፉ አስታውቀዋል:: ጥያቄው ድርድር ውስጥ የሚገባ እንዳልሆነም ገልፀዋል ::
23/12/2024

የፈረንሳዩ ፕሬዝዳንት ኢማኑኤል ማክሮን ኢትዮጵያ የባሕር በር ለማግኘት የምታደርገውን ጥረት እንደሚደግፉ አስታውቀዋል:: ጥያቄው ድርድር ውስጥ የሚገባ እንዳልሆነም ገልፀዋል ::

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Harargee Biyya Jaalalaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share