Muzammil

Muzammil Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Muzammil, TV Channel, .

Fuuldurri kee ifa jaal barbadeessaa diinaa
24/01/2023

Fuuldurri kee ifa jaal barbadeessaa diinaa

Today's best photo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤







24/01/2023

Today's best photo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤







عمل مدان للغاية ومؤلم.  إحراق المصحف الشريف علانية في السويد ، أمام السفارة التركية.  يجب على الجميع أن يدين بشدة!  هذا ...
23/01/2023

عمل مدان للغاية ومؤلم. إحراق المصحف الشريف علانية في السويد ، أمام السفارة التركية. يجب على الجميع أن يدين بشدة! هذا النوع من الأفعال الشائنة تحت مسمى حرية التعبير مرفوض وعبثي. - أحرق المتطرف الدنماركي راسموس بالودان نسخة من القرآن الكريم.
كما رفع عبارات مسيئة للنبي الكريم "صلى الله عليه وسلم".
"يريدون أن يطفئوا نور الله بأفواههم ، ولكن الله لا يأذن إلا أن يكمل نوره مع أن الكافرين يكرهونه".
وكفى بالله وخير من نعول.

Highly condemnable and painful act. Publicly burning of The Holy Quran in Sweden, in front of the Turkish Embassy. Every...
23/01/2023

Highly condemnable and painful act. Publicly burning of The Holy Quran in Sweden, in front of the Turkish Embassy. Everyone should strongly condemn! This type of heinous act under the label of freedom of expression is unacceptable and absurd.🔴 The Danish extremist Rasmus Paludan burned a copy of the Holy Qur’an.
He also raised offensive phrases to the Holy Prophet, " may Allah bless him and grant him peace."
‘They want to extinguish Allah's Light with their mouths, but Allah will not allow except that His Light should be perfected even though the disbelievers hate it.’
Allah is sufficient for us and the best of those on whom to depend.

19/01/2023

Hubachiisa
Namoonni bayyeen ammas Seeral ala karaa yamaniin Saa'udii Arabiyaa Dhufaa jirtan please ka duraa caala rakkoof Saaxilamtu.Karaa Seera qopheessan Vizan Saa'udii Wan banamuuf deemuuf karama Seera qabeessan Ykn Vizan deemuuf of qopheessaa.

18/01/2023

Beeksisa
///////////////////
Abahaa Fi kamiis Musheet

Lammilee Itoophiyaa Abahaa Fi kamiis Musheet argamtaniif. Guyyaa Jimaata 20/01/2023 Fi Qidaame 21/01/2023 Guyyaa 2f kan turu Qoonsilaan Jiddaa qaaman achiitti argamuun tajaajilaa armaan gadii laamileef ni kennuu.

1 Haaromsa paaspoortii
----------------------
Wan Qabatanii dhiiyatan
• Koppii paaspoortii yeroon irraa darbe
• Lakkoofsaa paaspoortii Muldhatu
• Suuraa Gurdii 3

2, lammilee Sanada hin qabnee Foormii Goochisuu
• Koppii Waraqaa Eenyummaa
•Suura Gurdii 2

3 liispaase
liispaase Yeroof Muraasaf kan turu gara biyyaa galuunif kan fayyadu
----++-----------
 Namoota ga’eessotaaf
• Paaspoortii yoo qabatan ykn
• Waraqaa eenyummaa Itoophiyaa ta'u isaa ibsuu gandaa itti dhalatee bafamee (koppii) .

Ijoollee daa'imman

• Koppii paaspoortii warraa
• Ragaa gaa’ila seera qabeessa abbaa manaa fi haadha manaa
• Ragaa dhaloota daa’imaa, kaardii talaallii yaalaa
• daa'imni qaamaan argamuu qaba
• gurra lama mul’atu

Eeddoon Magaala Kamiis Musheet Mana Nyaata Abu Zeeyd duuba kan jiru Istiraahaa Muuniir

18/01/2023
17/01/2023
17/01/2023

Faaris Kadiir jedhama. lallabaa amantaa Amantaa Peenxee. Yeroo dheeraaf Nabi Muhammadiin arrabsuu fi Amantii islaamaan qoosuun beekkama.
Guyyaa har'aa RABBIIN girdoo haqarraa ija isaa haguuge irraa saaquun gara Amantii Anbiyootaa tan isii malee amantiin haqaa hin jirre fidee jira.

Rabbiin hirpha isaa islaamummaarra gadi haa dhaabu. Gidirsaa fi rakkoo hunda jalaa isa haa baafatu.

Obboleessa Keenya Faaris Baga Onneen kee dhugaa dhuge,baga sammuun kee haqa arge,Baga ulfina Nabi Muhammad RABBIIN si garsiise.
صلوات ربي وسلامه عليه

Guyyaa har’aa, Kiibxata, gar-tokkeen aduu golgolaa'ee (Kusuufee) jira.  Addunyaa irraa Naannoo bal’aa kaaba hemisfeera u...
25/10/2022

Guyyaa har’aa, Kiibxata, gar-tokkeen aduu golgolaa'ee (Kusuufee) jira.

Addunyaa irraa Naannoo bal’aa kaaba hemisfeera uwwisuun, Awurooppaa, gaarreen Uraal, dhiha Saayibeeriyaa, Baha Giddugaleessaa,Odoola Arabiiyaa(Oman,Imaaraat,Su'uud Arabiyaa, Ordonii ) fi kaaba baha Afrikaa irraa mul'atee jira.

Golgolli (Kusuufni) aduu kun ardii garii irra Sa'aatii lamaaf kan ture ta'us himamee jira.

Kanaan wal qabatee biyyootni islaamaa kan akka Makkaa salaatal-Kusuuf raawwataniiru.

Aduu fi addeessi golgolaa'uun mallattoo dandeettii RABBII kan argisiisu tahuu cinatti,yeroo yakki seera RABBII cabsu dachee irratti daangaa malee heddummaatu kan argamuu dha.

Yeroo mallattoon kun argamu,Salaata,du'aa'ii fi sadaqaan,akkasuma towbaan barbaachisaa dha.

RABBIIN nuuf haa araaramu.

Address


Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muzammil posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Opening Hours
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share