Qeerroo Hundanne

  • Home
  • Qeerroo Hundanne

Qeerroo Hundanne Business

Baankii Daldala Itoophiyaa 1000283889487 (CBE)Anas Bushra JersaHojii Gamtaa Oromiyaa1048400029217Lak = 0977773040Lubbu o...
14/01/2025

Baankii Daldala Itoophiyaa
1000283889487 (CBE)
Anas Bushra Jersa
Hojii Gamtaa Oromiyaa
1048400029217
Lak = 0977773040

Lubbu obboleeysa keenya haa Baraaruu
Namni hundinu waan Dandessanin Account isaa kanan Gargaraa Obbolleysa keenya Anas Bushra Haala kan kessa jiraa !

06/01/2025
06/01/2025

Ibsa Gaddaa
*****

"Hin Gaabbuu "Maaliif Jettaa jennaan Jawwee Akknajedhe "DHUGAA QABAA Haqaa Qabnaa"Haqaa keenyaf Qabsoofne "Ummatta Qaali...
26/12/2024

"Hin Gaabbuu "
Maaliif Jettaa jennaan Jawwee Akkna
jedhe
"DHUGAA QABAA
Haqaa Qabnaa"
Haqaa keenyaf Qabsoofne "
Ummatta Qaalii kan Qabna fin Hin Gaabinee!

Eebbaa Kitaaba Jawar Mohammed Namootta miliyoonaa tokko oli dawacha turee "Hin Gaabbuu"Biyyaa Germany 🇩🇪 Kan Fakkatta❤️❤...
26/12/2024

Eebbaa Kitaaba Jawar Mohammed Namootta miliyoonaa tokko oli dawacha turee
"Hin Gaabbuu"
Biyyaa Germany 🇩🇪
Kan Fakkatta❤️❤️❤️

Har'a Keeniyaatti waan ta'e hubbannaaf akka tolutti!!  Sagantaa eebba kitaaba Jawar Mohammed jacha ganama irraa dhalataa...
19/12/2024

Har'a Keeniyaatti waan ta'e hubbannaaf akka tolutti!! Sagantaa eebba kitaaba Jawar Mohammed jacha ganama irraa dhalataan Itoophiyaa Keeniyaa jiraatu fi Oromoonni booranaa kan Keeniyaa hundi iddoo Sagantaa eebba itti qophaa'e Hoteela deemaa turan. Iddoo Sagantaa Itti qabame hoteelli mooraan isaafi alli namoota qofa ta'e. Namoota kan hunda Hoteelli akka keessumeessuu hin dandeenye barame. Kanaaf jacha Iddoo namoota baay'ee keessummeessuu danda'u akka guyyaa biraatti qophaayu waliif galame. Ummatni akkuma galaanaatti gadi jige. Guyyaa Ayyaana guddicha Idaati fakkaata. Kanaaf Sagantaa Eebba kitaaba Hayyicha Jawar guyyoota as deemu keessatti iddoo namoota baay'ee keessummeessutti ni qophaa'a! Kab. Jawar Rabbumaati jaalala ummataa siif kenne. Itti fayyadamuun keeti janna! Odeessa dogongora baay'eetu deemaa jira waan ta'eef maxxansa kana waliif qoodaa! Namni akka hubannoo argatee dhugaa jirtu baru godhaa!! Abshiir Jawar fuuldurri kee milkiidha!

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qeerroo Hundanne posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share