Firaan Media

Firaan Media Like,Follow and Share

29/06/2025
Warra dubbisuu beekuf suuraan kitaaba
08/06/2025

Warra dubbisuu beekuf suuraan kitaaba

Jawar-koo!Dubbachuu kee qofaa miti, Callisuun keetillee diina biratti kirkira lafaa caalaa dhaga'ama. Dandeettii fi beek...
17/05/2025

Jawar-koo!
Dubbachuu kee qofaa miti, Callisuun keetillee diina biratti kirkira lafaa caalaa dhaga'ama. Dandeettii fi beekumsa kee isa gochaa fi jechaan addunyatti mul'ate qofaa miti, kolfi keetillee hamilee diinota keenyaa rasaasa ykn Misaa'ela caalaa barbadeessa. Biyya kana keessatti namni akka kee kabajame, jaalatamee fi sodaatame hin jiru. Ati maandhee shiraatiif bakakkaadha, Galma Dhugaatiif immo bakka wal argaadha. Lammii keetiif Ija, alagaadhaaf qoreedha. Nutiis kanumaf eenuyu olii sii leellisaa oola, Diinii keenyas kanumaf sa'atti 24 sii abarraa olaa. Garu sii Sabaa bal'aa sii Eebbisee waan ta'eefi eenyu sii hin danda'uu, ati yoomiyyuu injjiffataadha !

Umrii nuuf dheeraadhu 🙏

Yam yam yaboollagawu dide assamudawwaraYam yam tinnishuu ba tilliquuZimma bayoo daraaYam yam baggee tiruu kooyeeBaale ba...
15/05/2025

Yam yam yaboollagawu dide assamudawwara
Yam yam tinnishuu ba tilliquu
Zimma bayoo daraa
Yam yam baggee tiruu kooyee
Baale baalattishii
Intaatee lulee yatteretterishii.
Oo'oo' aa'aa

05/05/2025

Yaa rabbikoo, atumti na gargaariiti suuraa kana PHOTOSHOP naaf taasisi! Gurbaan Habtaamuu(Shurraabee) biraa isuma congaa...
05/05/2025

Yaa rabbikoo, atumti na gargaariiti suuraa kana PHOTOSHOP naaf taasisi! Gurbaan Habtaamuu(Shurraabee) biraa isuma congaarraa nu laaxe sana mitii?

Shurrabeen silas hunduma waliin likikii dha.

Qomookoo jaalatamaa fi Kabajamaa yeroo dansa akka waliin dabarsinu abdii guddaan qaba !!
04/05/2025

Qomookoo jaalatamaa fi Kabajamaa yeroo dansa akka waliin dabarsinu abdii guddaan qaba !!

Obboo   eenyu?========================Hayilee Gabree Lubee jedhamu. Godina   aanaa   dhalatan.Obbo Hayilee Gabree nama B...
03/05/2025

Obboo eenyu?
========================
Hayilee Gabree Lubee jedhamu. Godina aanaa dhalatan.
Obbo Hayilee Gabree nama Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa hundeesse dha. Jaarsi kun nama guddaa Oromoon qabduu fi kunuunfachuu qabduu dha. Obboo Hayileen Oromoon Baankii dhaabbachuu hin danda'u jedhame jennaan aaranii xiiqii keessa galuun "Oromoon Miliyoona 50 qarshii tokko tokko yoo walta buuse miliyoona shantama ta'uu hin dagatinaa" jechuun dhaadatan. Yeroo sanitti Kaappitaalli baankii haaraa dhaabuuf barbaachisu miliyoona 10 ture. Obboo Hayilee Gabree ummata Oromoo hirmaachisuun yeroo isaan miliyoona 10 walta baasanii baankii dhaabuuf ta'an, kaappitaalli baankii haaraa dhaabuuf barbaachisu miliyoona 10 irraa gara miliyoona 35 jalaa galchan. Obboo Hayileen ammas abdii hin kutanne jabaatanii ummata hirmaachisuun miliyoona 35 walta baasan. Haa ta'uu malee kaappitaalli baankii haaraa dhaabuuf barbaachisu miliyoona 35 isaan walta baasanii guutee jennaan hin ta'u jechuun gara miliyoona 75 jalaa galchan. Obboo Hayileen ammas abdii hin kutannee akkas jechuun dhaadatan "Oromoo koo dhagaa baadheen qarshii hafe kana itti guuta malee waan jalqabe kana addaan hin kutu" jedhanii Qotee bulaa Oromoo fi hojjetoota mootummaa muraasa amansiisanii maallaqa hafe itti guutanii baankii kana dhaaban.

Oromoon bu'aa bahii hedduu keessa darbee gaachana isaa kan ta'e kana dhaabbate.

Obboo Hayilee Gabree ammas waldhabdee mootummaa fi ABO jidduu ture araarsuuf gahee guddaa taphatanii jiru. Gaafa marii waltajjii magaalaa qophaa'e san haasaya godhaniin oromoota hedduu imimmaan itti fide. Akkas jedhan "ijoollee teenna walta araarama yoo horii bitannee qallu taate binnee qalla, yoo immoo namni qalamu taate ana qalaa walta araaramaa" jechuun imimmaan buusanii namoota waltajjii gubbaa turan hedduu boochisan.

Obbo Hayilee Gabree Abbaa qabeenyaa yammuu ta'an oomisha bunaa irratti kan bobba'an dha.Buna qulqulluu gabaa biyya a

Tan simbiraaf lubbuu ijoolledhaaf tapha jedhama.  'a
22/04/2025

Tan simbiraaf lubbuu ijoolledhaaf tapha jedhama. 'a

PEACE HAS  !
06/04/2024

PEACE HAS !

The Legend Artist
05/04/2024

The Legend Artist

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Firaan Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share