
24/07/2025
β¦
Obboleessii kun maqaan isaa Dawit Bijiga jedhama,
kan inni dhalattee guddatte / / lixaati # umuriin isaa 20.
, colleague fayyaa gimbiittii barachaa ture, haaluma kanaan utuu jiruu dhukkuba hin yaadamneen qabamuun yeroo ammaa kana yaalamaa torban lammaffa achi ciisaa jira, amma ammattii dhukkubni isaa waanti itti foyya'e akka hinjirre namoota isaa bira jiran irraa iyyafanneerra. Haga ammaatti "iddoo 3 baqaffameera" jedhu, Hatattamaan mucaan kun yaala argachuu akka qabu itti himamee jira,yaala kana argachuudhaaf immoo qarshiin isaan hanqatee waan rakkachaa jiraaniif, qarshiin kun humna maatiin oli, namoonni biyya keessaaf ala jirtan, obboloonni hundumtuu hanga isiniif dandaβaame gargaarsa gochuun lubbuu obboleessa keenyaa ha baraarruππ
Acountii armaan gadii irrattii gargaaruu dandeessuu
013201133111700 Dawit Bijiga Bari # awash bank