CIROO TUBE

CIROO TUBE WATCH AND SUBSCRIBE

02/07/2025
30/06/2025

Heellee Harargee

28/06/2025

Yaa Rabbii nuu roobii

17/06/2025

Rabsuu

10/06/2025

Oromiyaa Badhaatuu bonaa fi ganna leelliistuu

Aadaa hojii keenya cimsinee, aadaa gargaaramtummaa cabsina!= = = Jijjiiramaa asitti mootummaan karoora xiiqii gaara hiyy...
09/06/2025

Aadaa hojii keenya cimsinee, aadaa gargaaramtummaa cabsina!
= = =
Jijjiiramaa asitti mootummaan karoora xiiqii gaara hiyyummaa jigsee badhaadhina biyyatti galmaan gahuu danda'an baasuudhaan xiyyeeffannoo olaanaa kennee hojjechaa jira. Kanaanis Inisheetivoti adda addaa wabii nyaataa mirkaneessuu danda'an bocamuun hojiirra ooluudhaan milkaa'innoonni abdachiisoon argamaa jiru.

Biyyi keenya jijjiiramaan dura gargaaramtummaa jala kan turte yoo ta'u, kunimmoo birmadummaa ishee kan tuqu ture. Mootummaanis biyyatti gargaaramtummaa jalaa akka baatu gochuudhaan birmadummaa biyyatti guutuu taasisuuf kallattii hojii kaa'uudhaan hojiilee misoomaa iyyummaaa biyyattii seenaa taasisan hedduu hojjechaa jira

Mootummaan wabii midhaan nyaataa mirkaneessuun cinatti oomisha alaa galu kan keessatiin bakka buusuu, al ergii guddisuufi carraa hojii uumuu irratti karoora xiiqii baafachuun hojii hojjeteen bu'aaleen agarsiistu badhaadhina biyyatti ta'an hedduun mul'achaa jiru.

Karoora xiiqii mootummaan badhaadhina biyyatti mirkaneessuuf baafatee hojiirra jiru kanas milkeessuun kan danda'amu yoo hawaasi keenya damee hojii irratti hirmaachaa jiru kamiirrattiyyuu jabaatee yoo hojjeteedha waan ta'eef, ciminaan hojii hojjechuun barbaachisaadha.

Walumaagalatti Karoora mootummaan gargaaramtummaa seenaa taasisuudhaan galma badhaadhinaa qabamee jiru milkeessuuf tarsiimoowwan adda addaa bocee hojiirra akka oolu godhee jiru kanas hawaasi keenyaas fudhatee aadaa hojii isaa cimsuudhaan aadaa gargaaramtummaa biyya keenyaaf hin malle jalaa bahuuf xiiqiin hojjechuun murteessaadha.

Oromiyaatti Qormaanni kutaa 8ffaa borurraa eegale kennamaFinfinnee,Waxabajjii 2, 2017 (FMC) -  Oromiyaatti qormaanni sad...
09/06/2025

Oromiyaatti Qormaanni kutaa 8ffaa borurraa eegale kennama

Finfinnee,Waxabajjii 2, 2017 (FMC) - Oromiyaatti qormaanni sadarkaa Naannoo Kutaa 8ffaa boru eegalee kennama jedhe Biiroon Barnootaa Oromiyaa.

Qormaanni sadarkaa Naannoo Kutaa 8ffaa guyyaa Borurraa eegale hanga Waxabajjii 5, 2017 tti kan kennamu ta'uu Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoon Faanaa Diijitaaliif himan.

Naannichatti barattoonni shamarranii kumni 200 fi kumni 86 fi 371 fi Dhiironni Kumni 300 fi Kumni 5 fi 853 waliigalatti Barattoonni Kutaa 8ffaa kumni 500 fi kumni 92 fi 224 qormaaticha ni fudhatu jedhan.

Barattoonni kunneen wiirtuulee qormaataa Kuma 1 fi 305 keessatti kan qoraman ta'u dubbatan.

Dooktar Tolaan, barattoonni sodaa tokko malee tasgabbiin qormaaticha akka fudhatan ergaa dabarsaniiru.

05/06/2025

Barredina Baadiyyaa

02/06/2025

Oolmaa Suuraan

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when CIROO TUBE posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share