24/11/2023
Taajjabbii Koo !!
# Bakka Qaamni 3ffaan Jirutti Mootumman Aduunyaa nu haa Araa Jedhani Tole Jedhame .garuu dubbiin hin taane .
# Amma Qaama kamtu barbaacha ree Sheeyxaanaa?
& Safuudha Ilmoon Haadhaa fi Abban Tokko ,Dhiigni isaani tokko Yoo Woliif galuu hin Dandeenye Jedhamu Diinaaf Gammachuu Danga hin qabnee. Firaafi Immoo Qaanii,Qaanii Caaluu dha.
# Sabni Kun Abaarsa Akkam qaba haa jennu ree ? Kan Kabaja Sabaaf Jecha Araaraa hin Fudhanne Sila Saba Kam bakka bu'uuf qofa .
& Oromoo Ajjeesaa, Oromoo Saamaa Oromoo kamiif qabsaayuu Laataa?
£ Kaleesa Gaafii Abbaa Biyyummaatiif Qabsaayaa Turre, Ilma Oromoo 4 Kiloo Seensisuuf Lubbu Kumaatama itti Gabbarree .Hardha hoo maal barbaachaf?
% Yoo Nuti Hin Bulchinee, yoo nuti Teessoo irraa hin teenye yoo kan jettan Taatee kun hin ta'uu. Dhaabbadha ofi laalaa!
# Kan Biraa Sabni isiin Qaltani,Sabni Isiini Saamtaan Rabbiinillee ni qaba imimmaan Deessuus,Lafa bu'a hin jiru.
# Inni bira kan Gaaffii Natti ta'ee Gaafa Qeerro fi Qarreen Harka duwaa Woyyaanee Kokkee Qabduu Warri hardha Qaawween Kiloo 4 Seennu malee Jedhu Eessaa Turani ?
£ Hundaafuu Amma Ummaanni Eenyuu akka ilma isa ta'ee Addan Baafata jira .