15/10/2022
👉 Reece James taphataan murteessaan ittisa qarqaraa Cheelsii tapha champions league AC Milan waliin taphatan irratti midhamee ture hanga torbee saddeeti dirree irraa fagaachuu danda'a jedhame akka gabaasa Fabrizio Romano' tti.
🙏🙏🙏 Like, share, comment gochuun nu hordofaa