Orosity3

Orosity3 Orosity is the digital University set up to bring all the traditional and modern skills under one roof to the Oromo and other nations can access them.

21/08/2026

Barsiisaa Qalmaa****

22/07/2026

Ustaaz JAWAR MOHAMMED Siyaasaafi Jireenyarraa abdii kutate; kanaaf ABO qeequutti luucceffate. Anaa nyaatu. Orosity😭

Kanumti akka maatii kanaa garaa nanyaate hinjiru.Animmoo duruu akka maleen garaa laafaa ittuu naboossisaa oolan.Orosity_...
15/05/2026

Kanumti akka maatii kanaa garaa nanyaate hinjiru.Animmoo duruu akka maleen garaa laafaa ittuu naboossisaa oolan.

Orosity_Sitcom.😭😊

https://youtu.be/ddS6AK_Jzb8

https://youtu.be/ddS6AK_Jzb8

The emotional and everyday experience of an Oromo family living in the United States under unresolved asylum status—caught between the safety and opportuniti...

Ilmaan Orosity lamaan (Oli fi Anaan) kan yeroo ammaa kana Yunivarsiitii Oxford, ollaa Bek Lushee, faati baratan tokkommo...
12/05/2026

Ilmaan Orosity lamaan (Oli fi Anaan) kan yeroo ammaa kana Yunivarsiitii Oxford, ollaa Bek Lushee, faati baratan tokkommoo waan ajaa'ibaatiin gadi ba'an fakkaata. bagan isinitti dadhabe yaa ilmaankoo. Akkuma farda sheexanaa aanaafi godina, qabaleefi mandara dhaqu hundaatti ilmaan horachuunkoo kunoo guyyaa akkanaaf nafayyade. hamaafi hamtuu isinirraa haaqabu yaa ilmaankoo.🌹🌹🌹

Orosity
Oromo University


Orosity is a digital learning company for Oromo communities and learners everywhere. In this promo, young hosts Oli and Anaan introduce Orosity’s full pathwa...

30/04/2026
Oromo Class of 2026, this is for you! 🎓🎓✨A special Oromia Graduation Stole – Class of 2026 is now available for Oromo gr...
30/04/2026

Oromo Class of 2026, this is for you! 🎓🎓✨
A special Oromia Graduation Stole – Class of 2026 is now available for Oromo graduates.
This unique stole:
• Honors Oromia and Oromo identity
• Is designed especially for the Class of 2026
• Adds a beautiful cultural touch to your graduation photos and ceremony
If you are graduating in 2026 (anywhere in the world) and would like to wear this stole with pride on your big day, please contact:
📞 Wabii: 651 428 6732
📞 Bayissa: 612 598 1274
📞 Sosi: 763 291 5775
Feel free to share this post with other Oromo graduators and friends.

CC
Wabii Ayyaanaa
Lemu Nikus
Dawi Sorssa
Ertra Namarra
Raggaasa Oljirra
Bayissa Gerbi
Gifti Kitata

Orosity2
Oromo University
Orosity

Jaal Boonaafi Jaal Keetiin dhaabbata Oromo University keessaatti namoota bebbeekamoodha. Barsiisaa Yunivarsiitiichaa yer...
27/04/2026

Jaal Boonaafi Jaal Keetiin dhaabbata Oromo University keessaatti namoota bebbeekamoodha. Barsiisaa Yunivarsiitiichaa yeroo ta'an biyyuma kana keessaatti dhalatani guddatan. Ergan isaan faana walbaree guyyaa tokko mukaa'ee hinbeeku. Sirna gaahela isaaniis dhihootti geggeeffatu. Dhaabbanni Orosity dargaggoota kana lamaaniif guutummaa guutuutti buna guyyaa cidha isaanii Faarsituu PP aadde Meseret Daba Kene irraa fuudhee raabsaaf.

Afaanuma isaaniirraa haadhageenyu!
Beekan Erena

Orosity Online — Oromo Language, Digital Literacy & AI (Promo Dialogue)-Beekan Erena

Address


Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Orosity3 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Orosity3:

Shortcuts

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share