Ilu Force

Ilu Force Of ta'un formula hin qabu🔥

10/09/2025

With Nasir O Fikadu – I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!

08/09/2025

With Burqaa Iluu – I'm on a streak! I've been a top fan for 4 months in a row. 🎉

Post kana   godhaaHiriyaan keenya Alex Taye eda halkan naannoo sa'aatii 4:30 mana jireenyaa isaa keessaa qaamota nageeny...
02/09/2025

Post kana godhaa

Hiriyaan keenya Alex Taye eda halkan naannoo sa'aatii 4:30 mana jireenyaa isaa keessaa qaamota nageenyaan butamee waajjira poolisii magaalaa furii aanaa 04 tti badii tokko malee hidhamee jiraa hanga hundi keenya beeknutti mucaan kun miidiyaa kanarraa kolfee taphachuu malee homaan beekuu mucaan siyaasa kamirraayyuu bilisa ta'ee mataasaa gadi qabee jiraata jiraa akka isin itti yaaddan mitii gurbaan hojiisaa malee yakka kamirraayyuu bilisaa nuuf hiikaa.

Artist Lencho Gudina LG baga milkoofte!🥰💥
01/09/2025

Artist Lencho Gudina LG baga milkoofte!🥰💥

01/09/2025

Gaaf-tokko abbaan sooressi tokko ilma isaa fudhatee gara ganda tokkotti imale. Namoonni kaan hagam hiyyeessa akka ta'an itti argisiisu barbaadee, lafa qonna maatii hiyyeessa tokkoo keessatti yeroo dabarsan, Yeroo imala irraa deebi'an abbaan ilma isaan, " imalli akkam ture ?" jedhe gaafate. Ilmisaas" baayyee gaarii ture abbaakoo jedhee deebiseef.
Abbaan: hiyyeessi akkamitti akka jiraatu argitee?

Ilma: eyyee 🤙

Abbaa: Egaa imala kana irraa maal baratte mee natti himi?

Ilma: Nuti saree tokkoo qabna isaan afur qabu , nuti kuufama bishaanii xiqqaa qabna isaan lageen qabu, nuti ibsaa qabna isaan urjii qabu. Nuti nyaata ni bitaanna isaan ni oomishatu. Nuti of eegannoof dallaa qabna isaan hiriyyoota qabu. Nuti Televiijinii qabna isaan maatii fi firoota waliin yeroo dabarsu jedheen.
Abbaan mucaa waan dubbatu dhabee afaan qabate. Achiis ilmi isaa akkas jedheen, "abbaa hammam hiyyeessa akka taane waan natti argiisiifteef galatoomi' jedheen jedhama.😌

01/09/2025

With Leencoo Iluu – I'm on a streak! I've been a top fan for 11 months in a row. 🎉

01/09/2025

With Alex Taye – I'm on a streak! I've been a top fan for 4 months in a row. 🎉

😎😁😁
29/08/2025

😎😁😁

29/08/2025

29/08/2025

"Yuunivarsiitii mootummaa ulaagaa hin guunne mana barumsaa bultii taati!" Piroofeesar Biraanuu Naggaa.

Oduu Waliif TV(Hagayya 29/2025) Finfinne

Ministeerri barnootaa piroofeesar Biraanuu Naggaa Yuunivarsiitiwwan mootummaa ulaagaa hanqatan gara manneen barnootaa bultiitti jijjiiramu akka danda'an ibsan.

Yuunivarsiitiwwan mootummaa ulaagaa irraa eegamu hin guutan taanan gara manneen Barnootaa bultiitti jijjiiramuu akka danda’an Ministirri Barnootaa Piroofeesar Biraanuu Naggaan beeksisanii jiru.

Minisirichi kana kan dubbatan Hagayya 25, 2025 waltajjii marii Ministeerri Barnootaa fi Abbaan Taayitaa Barnootaa fi Leenjii waliin qopheessuun waa’ee raawwii irra deebiin galmaa’uu irratti ta’uun ibsameera.

Odeeffannoowwan dabalataa kanneen biroo argachuuf
Youtube-https://www.youtube.com/
https://www.youtube.com/
WhatsApp-https://whatsapp.com/channel/0029Vb2IYuXE50UolYA1Up3j Tiktok:https://www.tiktok.com/?_t=ZM-8z0I5wTEScq&_r=1

29/08/2025

Namni Maallaqa Hin Qabne Fira Miti Diinayyuu Hin Qabu.
Nan Sobee?

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ilu Force posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ilu Force:

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share