Markaba Jaalalaa

  • Home
  • Markaba Jaalalaa

Markaba Jaalalaa "Rakkoo jaalalaatif furmaata." Invite ur friends...�� Jaalalaan Bashannanuu yoo barbaadan fuula Markaba Jaalalaa like(Jaalladha)godha.��

02/05/2025

Jaalala fi milishaan
bakka itti nama qaban
hin bekamtu 😒

"Kana beektuu laata? (Dhiirotaa qofaaf😆🙄)✏°°°°°°°°°°Dubartiin ati jaalattu ykn jaalalleenkee si beellamtee gaafa si bira...
02/05/2025

"Kana beektuu laata? (Dhiirotaa qofaaf😆🙄)
✏°°°°°°°°°°
Dubartiin ati jaalattu ykn jaalalleenkee si beellamtee gaafa si bira dhuftu dubartii hiriyaa ishii waliin dhuftee si rakkisuu dandeessi. Kunimmoo waan barbaaddu bilisummaadhaan akka isheetti hin haasofne waan si taasisuuf yeroo mara yoo ta'e jaalalaaf gaarii miti.

Dubartii akkasii akkatti sirreessitu beekuun barbaachisaadha. Akkamitti jechuunkee hin oolu🙄. Yeroo isaan dhufan irraa kaatee ati dubartii isheen waliin dhufte sana waliin xiyyeeffannoon haasa'i. Ija keessa ishee laali. Waliin kolfi. Ishee jaalallee keetii sana ammoo dubbii ishee laaffisi. Xiqquma xiqqoo malee jalaa qabuu didi. Yeroo kana uumama isheetiin dubartiin inaaftuu waan taatef, gochi kuni baayyee isheetti dhagahama. Guyyaa itti aanu nama biraa ofjala harkistee hin dhuftu. Ganaallee itti hin deebitu.
Dubbiin kanuma
keenyas Oluma ❗😂

MUL'ATA GUDDIFACHUU!!==================== Nama guddaa ta'uuf waan guddaa irraa eegaluu hin qabdu.!Ol baatee Mul'achuuf d...
30/04/2025

MUL'ATA GUDDIFACHUU!!

====================
Nama guddaa ta'uuf waan guddaa irraa eegaluu hin qabdu.!

Ol baatee Mul'achuuf dirqama gaara irratti Dhalachuu hin qabdu.!

Gaggeessaa biyyaa ta'uu dhaaf abbaan kee yookiin haati kee gaggeessaa ta'uu hin qaban.!

Fageessitee arguu dhaaf dirqama biyya fagootti dhalachuu hin qabdu.!

Dursuu dhaaf dirqama dura jalqabuu hin qabdu.!

Beekaa ta'uu dhaaf beekumsa irraa jalqabuu hin qabdu.!!!

Jaalalli danda'aadha ; humna qabeeyyii jilbeenfachiisa:==================================Jaalalli humna qabeessa ; oftuu...
30/04/2025

Jaalalli danda'aadha ; humna qabeeyyii jilbeenfachiisa:
==================================
Jaalalli humna qabeessa ; oftuultota garraamii taasisa.

Jaalalli ogeessadha ; ija jibbaan kan dhokfame ibsa.

Jaalalli obsaadha ; ariifataa tasgabbeessa.

Jaalalli obsaadha ; kan miidhame jajjabeessa.

Jaalalli ogeessadha ; kan arrabse fayyisa.

Jaalalli gorsaadha ; gara jabeeyyii ifata.

Jaalalli gara laafessa ; kan gane deebisee jaalata.

Jaalalli fayyummaadha ; sammuuf nagaa laata.

Jaalalli garraamidha ; warra miidhan deebisee hin miidhu.

Jaalalli gugeedha ; haaloo hin qabatu.

Jaalalli gaaridha ; hin inaafu.

Jaalalli tasgabbaa'adha ; dafee hin dheekkamu.

Jaalalli gara bal'eessa ; irra daddarbaa hin lakkaa'u.

Simbo qabeetti intalaa kana dubbisi badhaasa siif laatti.❤

Olmaan  Arraa akkam turee?
27/04/2025

Olmaan Arraa akkam turee?

Kitaaba "Qaxalee" Murti Guuto Baga GammaddeCongratulations
23/04/2025

Kitaaba "Qaxalee" Murti Guuto Baga Gammadde
Congratulations

Google pixel 4xlLMC 8.4+XML 🌈🌄🌴Édit : Lr🖌️🎨
22/04/2025

Google pixel 4xl
LMC 8.4+XML 🌈🌄🌴
Édit : Lr🖌️🎨

22/04/2025

😂
Yeroo jaalallee keetitti haasoftu

Yeroo Walqunnamtii Saalaa        (Dubartiidhaf)=================➲  Yeroo walqunnamtiin saalaa raawwatamu dhiirri fedhii ...
22/04/2025

Yeroo Walqunnamtii Saalaa
(Dubartiidhaf)
=================

➲ Yeroo walqunnamtiin saalaa raawwatamu dhiirri fedhii hin baane hin jiru. Dhiirri tokko qaamni saalaa isaa erga dhaabbateen booda dhangalaase jennaan fedhii ba'eera jechuudha.

➲ Dubartiin tokko jaalalleen/dhirsi ishii akka sirritti ishii jaalatu, ishii mi'eeffatee yeruma hunda akka ishiin barbaaddu akka inni ta'uuf yoo barbaadde yeroo walqunnamtii saalaa raawwatamu isa gammachiisuu dandeessi.

➲ Waa'ee Walqunnamtii saalaa itti odeessuu : Yeroo dubartiin waa'ee Walqunnamtii saalaa itti haasoftu fedhiin dhiiraa ni dabala. Qaamni saalaa isaa bakka rafee jiruu dammaqa. Kanaaf dubartiin tokko callisteetuma uffata ofirraa guurtee kennuufishiitin dura oduun murteessadha

➲ Akka garaa isaa ta'uu : Walqunnamtii saalaa amma ta'etti, erga barbaaddee dhaqxe akka inni si godhe ta'uufi qabda. Yeroo raawwatamu akka inni ibsaa ibsu eeyyamiifi. Qaama kee, harma kee, boroo(teessuma) kee, qaama saalaa kee yeroo ijaan argu baay'ee itti tola.

➲ Sagalee dhageessisu : Dubartiin biyya keenyaa namaa kenniteetuma callistee nama ilaalti. Dubartiin warra adii garuu yeruma jalqaban mangaaguu eegalti. Kan iyyituuf garuu dhukkubee osoo hin taane isa dhiiratti olaantummaan akka dhaga'amuufi. Dhiirri yeroo dubartiin iyyitu, aaddu arguun baay'ee isa gammachiisa. Kanaaf yeroo raawwatamu san sagalee kee dhageessisi. Aadi, maqaasaa waami, gootummaa isaa ibsiif.

➲ Of tuttuquu : Yeroo raawwatamaa jiru yookin osoo hin jalqabne qubaan of qaqqabachuun barbaachisaadha. Harka keetin yeroo harma kee sukkuumtu, qubaan isa fuulduratti yeroo Qaama Saala Dubartii kee gorgortu arguun dhiira baay'ee gammachiisa. Akkasumas of tuttuquun fedhii kee waan dafee fiduuf xaarii isarraa xiqqeessa.

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Markaba Jaalalaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share