
13/09/2025
Ajaja Qofa Eeggachaa Jirra🇪🇹‼️
Galaanaa seera Idila Addunyaa tokko malee biyya keenya harkaa fudhatame buufata doonii deebisuuf ajaja qofa eeggachaa jirraa jedhan " jeneraal Bultii Taaddasaan.
Asab Itoophiyaaf galuun dirqama jiraachuufi jiraachuu dhabuu ummata Itoophiyaati jechuunis ibsaniiru.