
10/05/2025
" Gaaffiin mirgaa gaafanne mootummaadha malee daldaltoota siyaasaa miti"
Ejjannoon ogeeyyiin fayyaa marii guyyaa har'aatiin tarkaanfachiisan Gaaffii keenya ajandaa Siyaasaa godhachuu qaama barbaadu ni balaaleeffanna
Gaaffii keenya kan deebisu Mootummaadha malee qaama birootii miti.
Hojii ogummaa keenyaan ummata keenyaaf hojjachaa Mootummaa eegna malee ajandaa Biyya diigu hin qabnu ,yoo biyyi hin jiraanne maal gaafanna?
Qaama Dawoo ogeeyyii fayyaa godhatu ni balaaleeffanna jedhaniiru!