Faya Multimedia

Faya Multimedia Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Faya Multimedia, Hirna.

24/08/2024

Most people aren't worth the time or energy.

29/04/2024

if you persevere, you will collect the reward of Allaah!!!

03/07/2023

Amaloota namoota milkaa'anii 7:
# Akka hayyuu xinsammuu Steevan Koovey kitaaba isaa 'The Seven Habits of Highly Effective People' keessatti barreessetti namoonni
Jiruu fi hojii isaanii keessatti milkaa'an amaloota tokko isaan godhu torba qabu jedhan!

AMALOOTA TORBAN(7)
1. Be Proactive ⁃ Nama dursee yaadu, osoo rakkoon tokko hin dhalatiniin duratti nama itti qophaa'u ta'uu. Waan fagoodhaa namatti as deemaa jiru lafuma jala tilmaamudhaan itti qophaa'uu!
2. Begin with the end in mind ⁃ Waan tokko wayita eegalan kaayyoo dhumaa sammuu keessatti qabaachuu, waan hunda dura mul'ata isa dhumaatif xiyyeeffannaa guddaa kennuu. Gufuulee xixinnoo nama mudataniin sakaalamuu osoo hin ta'in kaayyoo keenya bira gahuuf kaayyeffanne sana yaadachuun jabaachuudha.
3. Put first things first ⁃ Waan dursuu qabu dursuu. Waan hunda altokkotti galmaan gahuun waan hin danda'amneef wanta dursa kennuufii qabnu dura hojjechuu.
4. Think Win Win ⁃ Hariiroo namoota waliin qabnu keessatti gareen lameenuu haala itti injifatu irratti xiyyeeffachuu. Ofuma qofaaf milkaa'uu fi gammaduu osoo hin ta'in namoonni kan biroos akka gammadan yookin akka sababa keenyaan miidhaan irra hin geenye yaalii godhuu.5. Seek First to understand and then to be understood ⁃ Namoonni maalif na hin hubanne jechuudhaan duratti namoota hubachuudhaaf yaaluu!
6.Synergize ⁃ Wantoota hojjannu keessatti waan qabnu hunda, yeroo, dandeettii, maallaqa keenya wal dandeessisuu; keessattuu akka dhaaba tokkootti yookiin waajjira tokkootti yoo sochoonu wantoota qabnu wal simsiisnee hojjachuu!
7. Sharpen the Saw ⁃ Ilaalcha keenya qaruu. Waan tokko akkaataa sirrii ta'een hubachuuf yaaluudha.
kana fakkaata. Waan kana irraa waan guddaa akka hubattan abdiin qaba.

18/01/2022

Weellisaa fi Ogeessa Muuziqaa Abbaa Tokkummaa Oromoo Kabajamoo Art Nuhoo Goobanaa Rabbiin Rahmata Siif haa godhu!!!

25/06/2021

Diiganii gaara sanaa
Gaara diigamuu hin malle
Nu baasan addaan baanee
Nu addaan bahuun malle.

18/03/2019

AYZAK MO
From the Kingdom of Kush to the today Ethiopia.
One the largest Ethnic group in East Africa today, they were existed as a community of people for thousands of years in East Africa.
Available information clearly indicates that the land of Cush, Nubia or the ancient Ethiopia in middle and lower Nile was the home of the Cush*tic speakers. It’s from there that they subsequently dispersed and became differentiated into separate linguistic and cultural groups.
According to Dame Margery Freda Perham, 1948 British historian and writer on African affairs: "the emigrant Semites landed in a continent of which the North-East appears to have been inhabited by the eastern groups of Hamites, often called Cush*tes."
The various Cush*tic nations inhabiting north-east and east Africa today are the result of this dispersion and differentiation.
The Oromo form one of the main groups with all tradition and culture of Cush*tes. Starting from Nubia spreading southwards and then east and west occupying large part of the Horn of Africa today. Their strong physical features, unique culture, language, and other evidences unequivocally point to the fact that they are indigenous to this part of Africa.
Many historians have clearly mentioned that the ancient Egypt Land-Black KMt or Kemet was stolen from native African peoples or the ancient Oromo Ethnic group. The untold truth hiding in plain sight is that the land “Egypt” today was taken by brutal force and subterfuge by European and pale Arabs of that era.
There are several groups of people in East Africa very closely related to the Oromo today. For instance, the Afar and Somalis are very similar in appearance and culture. The fact that the Somali, Afar and Oromo languages share between 30 percent and 40 percent of their vocabulary could be an indication that these groups of people became differentiated very recently. Other Cush*tic-speaking groups living in the same neighborhood who are closely related to the Oromo are Konso, Sidama, Kambota, Darassa, Agow, Saho, Bajja and other groups.
The Abyssinian history about the arrival of the Oromo people in the sixteenth century in East Africa from outside is a fabrication and denial of historical facts. It is a myth created by Abyssinian court historians and monks, sustained by their European supporters and which the Ethiopian rulers used to lay claim on Oromo territory and justify their colonization over the Oromo people.
However, several authorities and historic evidences have indicated that the Oromo were in fact in the North-eastern part of the continent before the arrival of the Habasha.
If you want to understand today, you have to search yesterday. We are not makers of history. We are made by history.

10/09/2018

Jaallan Shinniggatti Wareegaman,April,5,1980
1.Bariisoo Waabee - Huyyu-Duree ABO
2.Gadaa Gammadaa - I/A Hayyu Duree ABO
3.Doorii Barihamoo- Ajaja WBO[pilot ture]
4.Abbaa Xiiqii Hin-Sarmuu- Barreeysaa Dhaaba
Isaan kun hogganoota Sadarkaa Oliiti
5.Faafam Dooyyoo-hoggana Godina Bahaa
6.Caccabsaa ---------hoggana Godina Bahaa
7.Irra-aanaa Qacalee-hoggana Godina Bahaa
8.Marii Galaan –loltuu
9.Dhaddachoo Mul’ataa –loltuu
10.Dhaddachoo Boruu ti.
IBSA;
Bariisoo Waabee gaafas Itti aanaa bulchaa Baalee ture /Shawaa
Gadaa Gammadaa sadarkaa ministeeraatti hujii mootummaa keeysa ture/Shawaa
Doorii Barihamoo Air Force keeysatti Pilot jabaa yeroo hedduu badhaasa kan argte….hayla sillaasee irraa badhaasa Sa’aa Dahabarraa tolfamtee fi maqaa isaa qabdu argate/dirree fidee argine nutiis/Wallagga
Abbaa Xiiqii Hin Sarmuu AAU keeysatti jabaa tahuun Mallas wajjiin dorgomee isa moohachuun Dura taa’aa barattoota AAU yeroo sanii ture/Wallagga
Faafam Dooyyoo- barataa HS/Baha
Caccabsaa -Hawwisoo beekkamaa/Baha
Irra-aanaa Qacalee-barataa HS/Baha
Marii Galaan-barataa /Baha
Dhaddachoo Mul’ataa/Baha
Dhaddachoo Boruu/Baha
3een boodaa kun waraana/WBO keeysatti waanuma hundaan urjii tahuudhaan filamanii eegumsaaf waliin bobbahan.
Kan biraa Jaal Bariisoo Waabee naannoo sanitti dhalate ammo warra Shaggari bulchiinsaaniis achi waan tureef Waaqoo Guutuu [Somali Abboo Liberation Front] gaafassii san gara Oromootti jijjiiruuf isaan qunnamee,namaas manguddoo barattootaas itti ergee ijibaannaan ifirraa gara Bahaatti dabree Dirree Bahaatti WBO qunnaman.
Seenaa kana joolleen isaaniituu raga baati,isa kana ammoo dhoysuu fedhan akka waan duraanuu QBO keeysa turanitti.
Guyyaan kun Guyyaa ilmaan Oromoo Gosaan,amantiin,kutaan,gandaan,lagan,…kkf addaan hin baanu ja’anii lubbuu isaanii kennuun walirratti dhumani.Sab-bbonummaa Oromummaa dhigaan mirkaneeysan.

17/02/2017

Namni mana tokko jaaru
Citaa walin saamu.
Hamma yaada adda hirru
Tokko haa taanu namuu.

19/08/2016

''Abdiin kutin dhaloonni waa fala
Dhugaan maseene boru lakkuu dhala''
Jedhe Art Galaanaa Gaaromsaa

27/04/2016

Qunceen wal gargaartee arba hiiti.

Address

Hirna

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Faya Multimedia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share