Biruk Hachalu

  • Home
  • Biruk Hachalu

Biruk Hachalu Calliisun waarqiidha yoo baay'atte
marziidha
💎💎 Haacaaluu Hundeessa 💎💎

Add me🥰
12/01/2025

Add me🥰

This version of Facebook uses less data and works in all network conditions.

Thanks my god 🥰
02/01/2025

Thanks my god 🥰

 😢Guyyaa har'aa 23/03/2017tti,Godina Horroo Guduruu Wallaggaa, Aanaa amuruu, ganda Migiir bakka addaa Teelee jedhamutti,...
02/12/2024

😢
Guyyaa har'aa 23/03/2017tti,

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa, Aanaa amuruu, ganda Migiir bakka addaa Teelee jedhamutti,
Hidhattoonni badii Finxaaleyyii faannoo jedhaman, Ganama imaltoota Uummata Magaalaa Agamsaa irraa Gara Caaboo/Goojjam deemu, Daangaa lafa agamsaa Bishaan abbayyaa bukkeetti, konkolaataa Dura goranii ittisuudhaan, dhaabdee Ajjeechaa jumlaa ijoollee Oromoo irratti raawwatten,
Lubbuun namoota 14 yoo darbu, Namni tokko miliqee bahuun Yakka raawwate himeera. konkolaataa imaltootni keessa turanis Guutummaatti abiddaan barbadaa'ee jira.

Namoota ajjeefaman keessaa namoonni baayyeen, albeedhaan qal*muufi kaan immoo abiddaan gubaman. Kaanis rasaasaan ajjeefamanii jedhan jiraattonni.

Hanga ammaatti reeffi Namoota argamanii nama 4 yoo ta’u, Maqaan isaanii,

-Faqqadaa Tashalee
-Doshoo Gudaataa
-Ararsoo Margaa
-Babuu Getachoo.. kan jedhaman yoo ta’an,

Kanneen kaan Maqaan isaanii hin qulqulloofne, reeffi isaaniis hin argamne jedhan jiraattonni.

Hidhattoonni finxaaleyyii kunniin gandoota hedduu to’achuufi Namoota nagaa ajjeesuu itti fufaniiru jedhan.
Saatii kanatti gandoota kanneetti Networkn guutammaatti hin jiru. Akka tasaa Bakkoota muraasa qofatti argama.

Adaraa Sagaleen nu barbaachisa nuuf birmadhaa jedhan uummanni😢

Odeeffannoo jiraattota achii irraa odeeffadhe!

Rip 😥 jaal battee urgeessa
10/04/2024

Rip 😥 jaal battee urgeessa

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Biruk Hachalu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share