24/02/2026
โโYouTube
โ
โYouTube irraa kanfaltiin ni argamaa?
โAkkamitti argachuu dandeenya?
โ
โ๐ Gaaffii karaa keessa irra deebi'uun hordoftonni keenya ni gaafataniif deebii gabaabaa.
โโ ๏ธ Dubbiftanii booda yaada keessan nuuf qoodaa๐
โ
โDebii: Eeyyee
โ
โYouTube irraa kanfaltii argachuun ni danda'ama. Akkaataa kanaan maallaqa hojjechuun ni danda'ama:
โ
โโYouTube Partner Program (YPP): Sagantaa kana keessa galuun viidiyoo keessan irratti beeksisa (ads) agarsiisuun kanfaltii argattu.
โ
โโUlaagaalee Guutamuu Qaban:
โYoo xiqqaate hordoftoota (subscribers) 1,000 qabaachuu.
โ
โโWaggaa tokko keessatti sa'aatii viidiyoon keessan itti ilaalame (watch hours) 4,000 guutuu, yookiin guyyoota 90 keessatti "Shorts" keessan yoo xiqqaate miliyoona 10 ilaalama argachuu.
โ
โ๐Karaalee Kan Biroo:
โ
โ๐ซSuper Chat & Super Stickers:
โYeroo viidiyoo kallattiin (Live) dhiyeessitan hordoftoonni keessan maallaqa isiniif kennuu danda'u.
โ
โ๐ซChannel Memberships:
โHordoftoonni keessan ji'an kanfaltii murtaa'e kaffaluun tajaajila addaa akka argatan gochuu.
โ
โ๐ซSponsorship:
โDhaabbilee garaa garaa waliin walii galuun meeshaalee isaanii viidiyoo keessan keessatti beeksisuun kaffaltii argachuu.
โ
Royal Printing Press
โ Kiya Gelana -FutureTech
โ
โ โFollowโ
โ โก โใ
ค โ โฒ
โ หกแถฆแตแต แถแตแตแตแตโฟแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต
โ
โ