16/04/2025
✍️ Ayyaanni Faasikaa Itoophiyaa daabboof farsoodhaan woggatti guyyaa tokko kabajamaa oola, Faasikaan keenya inni dhugaan Iyeesus garuu dhugaaf hafuuraan baraa hamma barabaraatti kabajamaa waaqeffamaa jiraata!