
20/02/2024
AMALOOTA NAMOOTA SHIRA XAXANII
1.ofii mula'achuuf si dhoksu.
2.ofii mi'aahuuf si hadheessu.
3.Amanamoo of fakkeessuuf amanamummaa kee mormu.
4.cimina kee dhoksanii dadhabina Kee qofa odeessu.
5.yero sibira jiran si jajanii,dubaa Kee immoo si hamatu.
6.sababa tokko malee si jibbu.
7.hammeenya kee qofa ol kaasani odeessu.
8.Akka nama waan hunda beekuutti of tilmaamuu,ana male jedhu.
9.wanta gaarii hojjetan Hunda beekamtii argachuuf qofa hojjetu.
10.dhiifama gochuus ta'e gaafachuun sodaa itti fakkaata