Abdo Husen Reshad

  • Home
  • Abdo Husen Reshad

Abdo Husen Reshad Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abdo Husen Reshad, Digital creator, .

06/09/2025

Cichoomina
BU'UURA CIMAA BIYYA JABDUU!

Injifannoowwan Galmaa’aan Bu’aa Cichoomina Lammilee Itoophiyaati!

Itoophiyaan baroota dheeraaf qormaata keessoofi alaaf osoo hin jilbiinfatin birmadummaafi eenyummaan ishee wareegama qaalii kaffalameen tikfamee cichoomina lammileen ishee agarsiisaniin biyya walharkaa fuudhinsa dhalootaan ijaaramaa as geessedha.

Seenaawwan darban hundi kan agarsiisu injifannoowwan duraa duubaan galmaa’aa dhufan bu’aa cichoomina lammilee jaalala, kabajaafi ulfina biyya isaaniif qaban irraa kan madde ta’uu isaati.
Tokkummaafi cichoomina olaanaa sabootni, sablammootniifi uummattootni keenya agarsiisan keessaa ijaarsa Pirojektii Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa angafummaan kan eeramudha.

Pirojektii Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa dabalatee injifannoowwan imala badhaadhinaatiin galmaa’aa jiran ashaaraa waloo dhaloota haaraa copha bishaanii, dafqaafi dhiigaan galmaa’aa jiru faajjii cichoomina Itoophiyaati.

Qaammee tokko guyyaan cichoominaa wayiita kabajamu bu’uura Cimaa Biyya Jabduuf kaa’uuf waadaa keenya kan itti haaromsinu guddina caalmaaf kan itti hojjetamudha.

06/09/2025

የጽናት ቀን

ጽኑ መሠረት ብርቱ ሀገር

ኢትዮጵያ ብልጽግናዋን የምታረጋግጠው መሠረቷን ለማጽናት በሚችሉ ብርቱ እጆች ነው፡፡ በሁሉም ዘርፎች በምናደርገው ተጋድሎ የኢትዮጵያን መሠረት እናጸናለን፡፡ ለማናቸውም ችግሮች የማትበገር፣ ፈተናዎችን ወደ ዕድል የምትቀይር፣ በመጪው ዘመንም ከዓለም ኃያላን ተርታ የምትሰለፍ ብርቱ ሀገር በደምና በላብ እንገነባለን፡፡

Guyyaa Ciminaa

Bu'ura Cimaa Biyya Jabduu

Itoophiyaan badhaadhinashee kan mirkaneessitu harkawwan jajjaboo bu'urashee cimsuu danda'aniinidha. Qabsoo gama hundumaan taasifnuun bu'ura Itoophiyaa ni cimsina. Biyya jabduu rakkoowwan kamiifuu hin sarmine, qormaatawwan carraatti jijjiirtu, baroota dhufanittis tarree biyyoota gurguddoota addunyaa hiriirtu, dafqaafi dhiigaan ni ijaarra.

04/09/2025
04/09/2025
04/09/2025
26/12/2024
የመደመር ትውልድ ጥላቻን በፍቅር፣ ቂምን በይቅርታ፣ ግጭትን በውይይት  የሚተካ ትውልድ  ነው። የመደመር ትውልድ ልዩነትን የሚያከብርና አንድነትን የሚያጠናክር ፤ ጽንፈኝነትን የሚጸየፍ ትውልድ...
29/09/2024

የመደመር ትውልድ ጥላቻን በፍቅር፣ ቂምን በይቅርታ፣ ግጭትን በውይይት የሚተካ ትውልድ ነው። የመደመር ትውልድ ልዩነትን የሚያከብርና አንድነትን የሚያጠናክር ፤ ጽንፈኝነትን የሚጸየፍ ትውልድ ነው።

የመተማመን ክበቡ በብሄርና በመንደር ሳይታጠር ኢትዮጵያዊነትን በአርበኝነት መንፈስ የሚያፀና ነው። የመደመር ትውልድ

15/12/2023
 ♥️♥️ ♥️♥️♥️ ♥️♥️♥️
15/12/2023

♥️♥️
♥️♥️♥️
♥️♥️♥️

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdo Husen Reshad posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share