Being an Oromo

  • Home
  • Being an Oromo

Being an Oromo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Being an Oromo, Digital creator, .

   INTERNATIONAL AIRPORT❤️
06/06/2025

INTERNATIONAL AIRPORT❤️

Finfinneen Magaalaa gudditti Oromiyaati. Wallisaan Oromoo hangafni Kadiir Martuu Oromoo fi Oromiyaaf qabsa'aa ture. Amma...
05/05/2025

Finfinneen Magaalaa gudditti Oromiyaati. Wallisaan Oromoo hangafni Kadiir Martuu Oromoo fi Oromiyaaf qabsa'aa ture. Amma Kadiir Martuu Finfinneetti mana Jireenya akkasumaa hojii maatiin isaa ittiin jiraattu qopheessuun dirqama lamummaafi Oromummaati. Kana ammoo ummatni Oromoo bulchisni Magaalaa Finfinnee Kantiibaa Adaanech Abebee irraa eegaa jira. Kanaaf sochii bulchisi magaalaa Dirree Dawaa Kantiibaan Kadiir Jawar eegale san bulchisa Magaalaa Finfinnee irraas eegaa jira ummatni. Kanaaf Finfinnee keessatti manni Jireenya fi Iddoon hojii akka Wallisaa Kadiir Martuuf kennamu gaafanna!! Namni yaada kana deeggartan hundi 👉 Share godhuun bulchisa Magaalaa gudditti Oromiyaa Finfinnee biraan gahaa!!

Oromoo post kana gartee bira hin dabrin Share waliif gootanii Kantiibaa Magaalaa finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen biraan gahuu qabdan
Kadiir Kheenya Magaalaa Finfinneetti galee ibaadaa isaa hojii isaa hojjachuu qaba.

27/03/2025

IHIM😉😏

🤔🤔
25/03/2025

🤔🤔

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Being an Oromo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share