Gaara Boobbee

  • Home
  • Gaara Boobbee

Gaara Boobbee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gaara Boobbee, Digital creator, .

‎Injifannoo:_ ‎Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Anfilloo naannoo Akulaa jedhamutti  Gootichi raayyaa ittisa biyyaa diina ha...
13/07/2025

‎Injifannoo:_
‎Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Anfilloo naannoo Akulaa jedhamutti Gootichi raayyaa ittisa biyyaa diina harkaa dishqaa 1 fi kilaashii 3 booji'eera

28/04/2025
06/12/2024
06/12/2024
29/11/2024

Badhaadhinni waadaa ummataaf gale gama hundaan mirkaneessuuf hojjechaa jira-Obbo Kaffaaloo Tafarraa

Paartiiin Badhaadhinaa waadaa ummataaf gale gama hundaan mirkaneessuuf hojjachaa jiraachuu Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Kaffaaloo Tafarraan ibsan.

Paartiin Badhaadhinaa waggoottan shanan darban tokkummaa sabdaneessummaan biyya badhaatee ijaaruuf bu’aa qabatamaan mul’atu galmeesseera jedhan.

Itiyoophiyaa keessatti rakkoolee bulchiinsa gaarii, saamichaa fi sarbamni mirga namoomaa hammaachuunn, fincilaa fi diddaa ummataa uumeen kan dhalate Paartiin Badhaadhinaa waggaa 5ffaa hundeefama isaa milk’aa’inoota galmaa’aniin kabajaa jiraachuu yaadachiisaniiru.

Hoggansa jijjiramaas waggoottan shanan darban gaaffilee uummataa duraa duubaan deebisaa jira jedhaniiru.

Hundeefama Paartii Badhaadhinaan dura sirni federaaliizimiirratti rakkoon mul’ataa tures deebii argachaa dhufuu kaasaniiru.

Badhaadhinni waadaa uummataaf gale gama hundaan mirkaneessuuf hojjachaa jiraachuu kan himan Obbo Kaffaaloon, dirree siyaasaa bal’isuu fi diimookraasii dhugaa hojjirra oolchuuf paartilee shororkessumaan himataman gara biyyaatti akka deebi’an taasiisuun agarsiistuu jijjiramaa hundeeffama paartichaan dhufee keessaa ta’uu eeran.

Ilaalcha siyaasaan lammiileen hidhamaa turan gadi lakkifamanii nagaan akka qabsaa’an, uggura miidiyaalee kaasuu fi gurmaa’insi dhaabbilee diimookiraasii fi riifoormii dhaabbilee cimsuuf hojiileen hojjetamaan fakkeenya ta’uu kaasaniiru.

Waggoottan shanan darban tarsiimoo fi karoora qopheessuun paartichi miseensaafi deegartootaa hundaa waliin ilaa fi ilaameen rakkoolee bubbulan furuuf hojjetamaa ture jedhan.

Rakkoolee nageenyaa naannichaa keessatti mul’atuu furuufis qaamolee hidhatanii socho’aniif waamicha nageenyaa taasisuu fi dhiifamaan ummatatti akka makaman taasifamaa turuu yaadachiisanii, ammallee rakkoolee nageenyaa mariin furuuf hojjetamaa jiraachuu himaniiru.

This is what we have as Ethiopian citizen‼️
17/01/2024

This is what we have as Ethiopian citizen‼️



16/01/2024

Yeroo hundumaa Nagaa Yaadaa.

Address


Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gaara Boobbee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share