
14/11/2024
Milkaahina Inisheetiiviiwwanii, Badhaadhina
Biyyaatiif!
Mul’ata Itoophiyaa badhaatuu dhugoomsuu qabatee socho’aa kan jiru Paartiin Badhaadhinaa sagantaa diinagdee dam daneessa ta’e hojiirra oolchuu fi carraa misoomuu biyyattiin qabdutti sirnaan gargaaramuudhaan hiyyummaa seenaa gochuuf imala milkiidhaan dabaalame taasisaa jira.