Qophii Kaayyoo -QK

  • Home
  • Qophii Kaayyoo -QK

Qophii Kaayyoo -QK is a nonprofit media devoted to spreading progressive ideas by covering all topics ranging from culture, politics, ideologies, science and business in afaa

Oromo Scholars and Professionals’ Statement regarding the so called “National Dialog”.
06/06/2024

Oromo Scholars and Professionals’ Statement regarding the so called “National Dialog”.

31/03/2024

WBOn godina Lixa Shaggar aanaa Cobii keessatti tarkaanfii fudhateen diina du'aa fi madoon adabe.

ONM-ABO Bitootessa 31,2024 Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo erga imaanaa saba bal'aa fudhatee manaa ba'ee kaasee dadhabe, beela'e, daare, nuffe akkasumas aduu, roobaa fi dhoqqee osoo hin jennee halkanii fi guyyaa cunqursaa saba isaa irraa kaasuuf boqonnaa dhabee diina kokkee qabuun madoon fi du'aan adabee milkii fi injifannoo gurguddoo galmeessuu itti fufee jira.
Haaluma kanaan jajjabeen abdii sabaa WBOn Bitootessa 28/2024 godina Lixa Shaggar aanaa Cobii magaalaa Guutoo fi gandoota baadiyaa afur keessatti Birgeediin Aduu Saafaa tarkaanfii guggubduu fudhateen olii fi gadi unkuruun lafa itti dhiphisee wareersuun waraana PP du'aa fi madoon adabuun gariin harkaan qabee gariin ammoo meeshaalee garaagaraa irraa hiikee galii qabsoo bilisummaa Oromoof oolcheera.
Lola kana irratti waraana faashistii PP 26 du'aan adabuun 42 immoo yoo madeessu,17 meeshaa fi hidhannoo guutuu waliin harkaan qabuun injifannoo boonsaa galmeessuun beeksiseera.
Gama meeshaan AKM 53 hidhannoo guutuu waliin, isnaappera 2, ujummoo girnoofaa 3 fi rasaasa dishqaa, girnoofaa fi meeshaalee adda addaa irraa hiikuun dantaa qabsoo bilisummaa Oromoof godhee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof!

27/03/2024

Kaabinoonnii fi Kantiiboonni magaalaa aanota godina baha Shaggar tarkaanfii WBOn godinichaa keessatti fudhachaa jiru rifachuun humna nuuf dabalaaf bulchitoota godinichaatti iyyachaa jiraachuun barame.

ONM-ABO Bitootessa 27,24 Lola Oromiyaa bakka cufatti adeemsifamaa jiruun bulchiinsi bilxiginnaa yeroo ammaa yaaddoo hamaa keessa galuun hedduu rakkachaa jira.

Tarkaanfii laalessaa gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo goleewwan Oromiyaa keessatti fudhachaa jiruun akka baala mukaatti harca'aa kan oolan caasaaleen waraana sirnichaa, lolli irratti geggeeffamaa jiru kun yaaddoo hamaa isaaniitti ta'uu kaabinoonnii fi dabballoonni PP caasaa isaanii ol jirutti iyyata galfachaa jiru.

Haaluma kanaan Godina Baha Shaggar aanaalee Akka Fantaallee , Dugdaa, Booraa, Lumee fi Gimbichuu keessatti kaabinoonni fi bulchitoonni magaalaa aanotaa walga'ii tiksitoonni sirna PP kaleessa Bitootessa 27, 2024 magaalaa Adaamaatti geggeessaa oolan irratti hiriyoonni keenya hedduun nu biraa dhumaa jiru, kanaaf nuti homaa gochuu hin dandeenyu hatattamaan humna nuuf dabalaa jechuun iyyataniiru.

Osoo isaan dhumaa jirra, kaan baqachaa jirraa deebii waaraa nuuf kennaa jedhanii itti dubbatinii qaamni isaan gaaffii itti dhiyeeffatan kunis , yaada faalla isaanii akkas jedhu itti dhiyeessan, " Finxaaleeyyii burkuteesinee balleessineerra WBO immoo balleessaas jirra. " Isheen iccittee hafte immoo ofiin harka laatti kanaafuuu humna isiniif daballu hin qabnu isinumti jabaadhaa jechuun miindaa akka itti dabalaniif ibsuufiin lubbuu jiraan teessoo mijeeffachaa jiraachuu maddeen ONMtti gabaasan.

Kaabinota waltajjii irra jiran irraa akka yaada argannetti, murni faashistii PP osoo Waraanni Bilisummaa Oromoo akkanatti cabsee lolee waraana isaanii dhibbootaan booji'aa oolu soba akkasii nu sobee akka nuti deemnee duunu nuti taasisuun isaa abdii kutannaa fi fala biraa dhabuu isaa mul'isa jechuun yaadichatti gadduu Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himaniiru.

26/03/2024

ፋሽስቱ የብልጽግና ጦር፣በምሥራቅ ሸዋ፣ ቦሶት ወረዳ፣ የነዋሪዎቹን መኖሪያ ቤቶችና ንብረት ማቃጠሉ ታወቀ

መጋቢት19,2024 ህዝቡን በፍርሃት ሸብቦ ለመግዛት የአገዛዝ ዜደውን ያደረገው የብልጽግና ሥርኣት፣በተለያዩ የኦሮሚያ ዞኖች የህብረተሰቡን ንብረትና መኖሪያ ቤቶች በእሳት ማውደሙን የቀጠለ ስሆን በዚሁ መሰረት፣ መጋቢት17፣2024 በምስራቅ ሸዋ፣ ቦሶት ወረዳ፣ሲፋ ባቴ ቀበሌ ውስጥ የተሰማሩት የሥርኣቱ ታጣቂዎች የነዋሪዎቹን በርካታ ቤቶች በእሳት ማውደማቸውን አቢኦ ከምንጮቹ ማረጋገጥ ችሏል።

ንብሬታቸው ከእነ መኖሪያ ቤቶቻቸው የወደመባቸው ነዋሪዎች በአሁኑ ወቅት መንገድ ላይ የወደቁ ስሆን፣ለጊዜው ስማቸው ከደረሱን ተጎጅዎች ውስጥ ፣ ጋልቲ ቱማ፣ ጋቦ ጋልቲ፣ ቦርሳ ጋልቲ፣ ሁሴን ዳሌ፣ ተሰማ ሳንባቱ፣አሳፋ ሳንባቱ፣ ሹራ ጃዶ፣ ጁንዲ አብቲ፣ ሁሴን ጋልቲ፣ ዳልቢ አብቲ፣ ካልሎ አማኖ፣ አዴዴ አሹ፣ ሃጂ ሃቆ፣ ሂርኮ ሆርዶፋና ዳቻሳ ቡኔ የሚባሉት እንደሚገኙበት ስታወቅ፣እህልና የቤት ውስጥ ቁሳቁሶች ጭምር በስርኣቱ ስወድምባቸው፣ፍዬሎችና በጎችንምን የቻሉትን አርዶ በመብላት፣የተረፉትን ደግሞ ዘርፎ መውሰዳቸው ተገልጻል።

.Sept 15 (Reuters) - Moody's on Friday downgraded Ethiopia's foreign currency rating by a notch to 'Caa3' from 'Caa2', c...
16/09/2023

.Sept 15 (Reuters) - Moody's on Friday downgraded Ethiopia's foreign currency rating by a notch to 'Caa3' from 'Caa2', citing a high likelihood of default on foreign currency-denominated private sector debt.

Ethiopian sovereign dollar-bonds dropped on Tuesday after Moody's slashed the country's rating to Caa1, citing a rising risk that private creditors were in line for losses as the country pushes to overhaul its debt burden.

Today, over 30 civilians were tragically killed by Fano forces in Gida Ayana, East Walaga. They were en route to a funer...
16/09/2023

Today, over 30 civilians were tragically killed by Fano forces in Gida Ayana, East Walaga. They were en route to a funeral for victims of an earlier Fano attack. Sadly, many Oromo civilians have faced violence from both Fano and oppressive regime forces in recent months

31/08/2023

Gadhiisuu isaa simachuu xalayaan mirkaneessineerra, waa'ee xalayaa biraa hin beeknu- Prof Mararaa

"Abbootiin Sinodoosii Oromiyaa Bishooftuu qubatan bakka jiraatanii humna mootuumaatiin halkan kana fudhatamuu isaanii od...
30/08/2023

"Abbootiin Sinodoosii Oromiyaa Bishooftuu qubatan bakka jiraatanii humna mootuumaatiin halkan kana fudhatamuu isaanii odeeffadhee jira. Eessatti akka fudhataman garuu odeeffannoo qulquullaa'e argachuu hin dandeenye. Abbootiif sagalee haa taanu" H/Tadase

Bilxiginnaan caasaa haaraa  hundeessaa jirti. Caaseeffamni kun Oromiyaa diiguuf yaalii isa xumuradha. Oromoo dammaqi!
19/08/2023

Bilxiginnaan caasaa haaraa hundeessaa jirti. Caaseeffamni kun Oromiyaa diiguuf yaalii isa xumuradha. Oromoo dammaqi!

Waraanni Bilisummaa Oromoo lola humnoota mootummaa Itoophiyaa wajjiin dirree lolaa garagaraa keessatti taasisaa jiru irr...
19/08/2023

Waraanni Bilisummaa Oromoo lola humnoota mootummaa Itoophiyaa wajjiin dirree lolaa garagaraa keessatti taasisaa jiru irratti injifannoo argataa jiraachuu ragaaleen maddeen waraanaa irraa OMN dhaqqaban mul'isan.
================================================

Lolli qaamolee lamaan jiddutti tibbana zoonii giddugaleessaa fi zoonii kibbaa aanoota garagaraa keessatti adeemsifamee jira.

Waraana Bilisummaa Oromoo zoonii kibbaatti Cibraan Soddom Booroo Hagayya 16 bara 2023 aanaa Gumii Eldalloo bakka addaa Dikaa jedhamtutti waraana mootummaa sakatta'iinsaaf Kaampii Waraanaa Bulbul keessa bahe irratti haleellaa raawwateen injifachuu isaa maddeen waraanaa himani jiru.

Akkasumas lola Gujii Lixaa Aanaa Daawwaa keessatti halkan Hagayyaa 17 bara 2023 adeemsifameen qondaalota dabalatee loltoota mootummaa hedduun dhumuu maddeen ibsani jiru.

Waraanni Bilisummaa Oromoo zoonii giddugaleessaa gama isaatiin lola loltoota mootummaa wajjiin godina Shawaa lixaa aanaa Meettaa Walqixxeetti taasiseen olaantummaa irratti argatuun, meeshaa waraanaa danuu booji'uu isaa maddeen waraanaa ibsani jiru.

Haaluma kanaan lola zoonii giddgaleessaa aanaa Meettaa Walqixxeetti adeemaifameen Diishqaa 2, AKM 58, Isnaayipparii 3 fi meeshaalee waraanaa biroo booji'uu himaniiru.

Waraana bakkeewwan adda addaatti adeemsifame kanaan Waraanni Bilisummaa Oromoo meeshaalee waraana garagaraa booji'uun galii mooraa qabsoo Oromoo taasisuu isaa ibsamee jira.

Loltoonni mootummaa lola kana irratti Waraana Bilisummaa Oromootiin booji'amanis akka jiran ibsamee jira.

Semhal Meles(daughter of the late Ethiopian PM Meles Zenawi)argues that the Addis Ababa Master Plan which undid the EPRD...
18/08/2023

Semhal Meles(daughter of the late Ethiopian PM Meles Zenawi)argues that the Addis Ababa Master Plan which undid the EPRDF regime was indeed a fatal mistake given the concept of plurality that underpinned Ethiopia’s nation building vision. And, she is right

https://addisstandard.com/viewpoint-on-tplf-the-tigray-interim-administration-and-wedi-zenawis-legacy/?fbclid=IwAR2DNNd3TEXWtiNqBKzQHzR-TU7dGwK3FBV9dc_u0QRsPal2HktVxfl_hiw_aem_AWlX3J3DPRcV7qE5bwShd8_awFfc4X5jlSo-3tSfc5drZ8vKcc3BJhcqpDjlohDTNRo&mibextid=Zxz2cZ

Members of the Tigray Interim Administration attending Meles Zenawi's commemoration in Mekelle, Tigray, on August 16/2023. Photo: Dimtsi Woyane By Semhal Meles Addis Abeba - In 2012, upon Meles Zenawi's death, the Ethiopian People's Revolutionary Democratic Front (EPRDF) began an exceedingly tedious...

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qophii Kaayyoo -QK posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share