Oro Girls

Oro Girls Follow me My fb page Growing up me All World Population I Love you ���
(1)

Silan qabadhe annis heddu natti tola. Wahii jalala tana mo 🥰🥰🥰
01/11/2025

Silan qabadhe annis heddu natti tola. Wahii jalala tana mo 🥰🥰🥰

Google pixel 4xlLMC 8.4+XML 🌈🌄🌴Édit : Lr🖌️🎨
27/10/2025

Google pixel 4xl
LMC 8.4+XML 🌈🌄🌴
Édit : Lr🖌️🎨

24/10/2025

Oro Girls  Cabni Onnee baayyee Hamaadha. Akka caba Lafee cinaachaati. Namni arguu hin danda'u garuu dhukkubbiin isaa yer...
20/10/2025

Oro Girls Cabni Onnee baayyee Hamaadha.
Akka caba Lafee cinaachaati.
Namni arguu hin danda'u garuu dhukkubbiin isaa yeroo Ati Hafuura Baafattu hunda sitti dhagahama.

17/10/2025


15/10/2025

Follow me

Olmaan guyyaa arrah kana fakkaata. ❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️
15/10/2025

Olmaan guyyaa arrah kana fakkaata.
❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️

Dhira bara kana amanun ulfatadha‼️. Tokko harra hiriyaa tiyyan sin fudha jadhee sambata harraa beellameefi maatiin ishii...
14/10/2025

Dhira bara kana amanun ulfatadha‼️.
Tokko harra hiriyaa tiyyan sin fudha jadhee sambata harraa beellameefi maatiin ishii ni dhufa jadhanii qophii godhaa oolan. inni garuu bilbila cufatee achuman bade.😂 amma hiriyaan tiyya ofiin ajjeesa💔 jechaa jirti hiriyaan tiyya tun 👇👇👇mee akkam haa godhu❓️❓️. Abshiir geele ko

Namni Keessaa isati si jibbuu fakkeessuu danda'a malee Nagaa argachuu hin danda'u!. Qaali teessan. Oro Girls
13/10/2025

Namni Keessaa isati si jibbuu fakkeessuu danda'a malee
Nagaa argachuu hin danda'u!. Qaali teessan. Oro Girls

Lakkoofsa 430 jiran keessaa tokko barreessi carraa kee yaali🎁 ani carraa kee maal akka tahe koomantii jalatti siif barre...
11/10/2025

Lakkoofsa 430 jiran keessaa tokko barreessi carraa kee yaali🎁 ani carraa kee maal akka tahe koomantii jalatti siif barreessa✍️👇♥️

Me dhiirti jaalala dhugaa beektu qofti Follow godhi keessan na dubbisi!. 🫆🫶 Oro Girls
07/10/2025

Me dhiirti jaalala dhugaa beektu qofti Follow godhi keessan na dubbisi!. 🫆🫶 Oro Girls

Dubbachuu barbaaddee garuu immoo akka dubbachuu hin qabne beektee callisuu yoo filatte, na amani hiikkaan jireenyaa siif...
06/10/2025

Dubbachuu barbaaddee garuu immoo akka dubbachuu hin qabne beektee callisuu yoo filatte, na amani hiikkaan jireenyaa siif galeera. Oro Girls

Address


Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oro Girls posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share