
04/01/2025
Horroo Guduruu, Aanaa Amuruutti maatiin ijoollensaanii WBOtti makaman hidhaafi dararaaf saaxilamuu himatu.
"Abboo koo manguddoo ganna 70 ilma kee fidi jedhanii erga hidhanii ji'a 9 guutera" jedha maatiin BBCn dubbise.
👉👉
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruutti maatiin ijoolleensaanii bosona jiran hidhaa fi dararaa adda addaaf saaxilamaa jiraachuu firoonni maatii hidhamanii BBC'tti himan.