Alii Boos

Alii Boos Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Alii Boos, Digital creator, Yemen Marb, Ma'rib.

17/10/2024

✍️ካንቺ ጋራ ስሆን...❤️

የኔ አለም አዳምጪኝ ካንቺ ጋራ ስሆን..... ፍቅርሽን ሳጣጥም ፣ አይኖቼ በፍቅር ፡ ከአይኖችሽ ሲገጥም ፤ ካንቺ ጋራ ስሆን ንፋሳት ሁልጊዜ ፡ በፍቅር ያዜማሉ ፣ አይገርምም የኔ ዉድ ፡ እኔና አንቺ ሊያዩ ፣ ዥረቶች ለአፍታ ፡ ጉዞ ያቆማሉ ፣ ክዋክብት, ጨረቃ ፡ በኛ ይቀናሉ ፡፡ 'ካንቺ ጋራ ስሆን'
ምሽቱ ይደምቃል ፣ ሀሳቤ ይሰምራል፣ አስቀያሚው ያምራል ፣ ጨለማው ያበራል ። ሰማሽኝ የኔ አለም ፡ ካንቺ ጋራ ስሆን ፣ ህይወቴ በሀሴት ፡ ፅዋ ትሞላለች ካንቺ ጋራ ስሆን :: ❤️
አለም ለኔ እንዲህ ነች

Dhokseen sii ilaalaa ➾ 🖤🖤Ija koo banadheeJaalala keetifaan Kaayyoo koo dagadhee Imaanaa koo fuutee Karaa irraatti gattee...
17/10/2024

Dhokseen sii ilaalaa
➾ 🖤🖤
Ija koo banadhee
Jaalala keetifaan Kaayyoo koo dagadhee Imaanaa koo fuutee Karaa irraatti gattee Kan naa caalu argattee Anaan naa dagattee...
Jaalala jalqabaa Sumaatu na Barsiisee Abiddaa namarraa dhaamne
Situu nattii qabsiise Jaalala mi'ooftuu Situu nattii agarsiisee
Akka harraa miti Bor ni jijjiramaa Aduun dhi'e hin hafuu
Bari'uun dirqamaa Qabsoo jireenyaatif Utuun kufee ka'uu Yoodhuma sii dhiise Dhala keef haa kaa'uu Atiis anaan sobdee

Address

Yemen Marb
Ma'rib

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Alii Boos posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share