Spoorti afaan oromoo

Spoorti afaan oromoo This page is for uploading YouTube videos and
information and technology

Real madrid vs arsenalDuur kam ni jirtii
08/04/2025

Real madrid vs arsenal
Duur kam ni jirtii

28/03/2025
Live  tiyyaf charaa garii
11/03/2025

Live tiyyaf charaa garii

02/03/2025
26/02/2025
26/02/2025
Arne Slot: "Kilaba kana keessatti taphachuu yoo barbaadde sadarkaa Mohaammad Saalaatti ta'uu qabda, yookaan immoo bu'aa ...
26/02/2025

Arne Slot: "Kilaba kana keessatti taphachuu yoo barbaadde sadarkaa Mohaammad Saalaatti ta'uu qabda, yookaan immoo bu'aa hin qabu."

19/02/2025

Koreen murteessitoota premier league England Arne slot irraa adabbi tapha 2 tapha Everton irratti kaardii diimaa argatee adabe Ture deebi'ee Akka kaasee gabaafamee Jira

Dhimmi adabichaa irra deebi'amee kan ilaalamu yoo tahu kanaanis Arne slot tapha Dilbata Liverpool Wolves waliin qabu kan dursu taha β€οΈπŸ™

Liverpool oso Arsenal qabxii 7 dursuu
Baate Arsenal 7n dursiteeyyu waancaa
πŸ† PL kan bara kana bareechiite ni Injifaatti kun immo wan shakki tokko Qabu miti Amma wan darbee dubbaa-
chu dhaf yeroo hin qabnu Waancaa keenya 20ffa mirkaneffaachu dhaf
Morkii hdhaaya ni tassiisna tarkaanfi Cima wajjiinbYeroo dhihootti nu eega Mootii Engalnd isa sirri πŸ”œ πŸ† πŸ”΄πŸ”₯

Liverpool mootii English Yaroo januu
19/02/2025

Liverpool mootii English
Yaroo januu

BREAKING NEWS: Murteessaan kun harka tokkoon Liivarpuul mo'amuu isaanii dabarsee kenne-murtee suukaneessaa tokko, taphic...
13/02/2025

BREAKING NEWS: Murteessaan kun harka tokkoon Liivarpuul mo'amuu isaanii dabarsee kenne-murtee suukaneessaa tokko, taphichis xumurame! Kun dogoggora qofa hin turre; balaa tapha jijjiiru ture. Namni gahumsa hin qabne akkanaa sadarkaa kana irratti akkamitti akka officiate ta'u hayyamama? Har'a booda ammas dirree tarkaanfachuun dhimma HIN qabu. Liivarpuul morkataa isaa qofaan hin mo’amne-nama gidduu jiruun mo’ame. Salphina guutuu.

Inni game killer ture har'a ammas naannoo kubbaa miilaa bakka kamittuu ta'uu qabaπŸ˜‘πŸ™€πŸ˜±

GUUTUU SEENAA: YAADA KEESSATTI LINKπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

Address

Sanaa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Spoorti afaan oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Spoorti afaan oromoo:

Share