16/05/2025
BOONUU
¹.Namni boonu haqa hin fudhatu🤦.
².Kan isaa malee wanti gaariin namootaa itti hin mi'aawu 🙅.
³.Namarraa barachuufii fudhachuun itti ulfaata😏.
⁴.Baay'isee galata jaalata🤗.
⁵.Yoo dongongorri isaa itti himamu ni dallana/aara😡.
⁶.Tola namootaaf godheen of dhaadata😇.
Akhiii/ukhtii yoo amala kanneen qabaatte of laali😊.
🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰