Madawalabu Media

  • Home
  • Madawalabu Media

Madawalabu Media Freemdeia.news.blog

https://www.youtube.com/
Madda Walaabu Media is a media organization dedicated to amplifying the voices of the Oromo
community around the world and promoting cultural awareness and education.

17/06/2026
🕊️ Ergaa HawaasaaOromiyaan jechuun lafa jaalala, obbolummaa fi wal tumsuu dha. Dacheen Arsii gootota, hayyoota, abbootii...
17/06/2026

🕊️ Ergaa Hawaasaa

Oromiyaan jechuun lafa jaalala, obbolummaa fi wal tumsuu dha. Dacheen Arsii gootota, hayyoota, abbootii Gadaa, artistoota, atileetota fi namoota hawaasa isaanii tajaajilan hedduu horatte keessaa tokko dha.

Har'a yeroo rakkooleen hawaasummaa fi nageenyaa namoota keenya mudatanitti, Oromoon akka Oromootti wal bira dhaabbachuu, waliif obbolummaa isaa jabeessuu qaba. Namni rakkoo keessa jiru eenyummaan isaa osoo hin ilaalamin deeggarsa namoomaa argachuu qaba.

Kanaaf hawaasni keenya, keessaa fi alaan jiru, yeroo dandeettii isaatiin nyaata, uffata fi deeggarsa barbaachisuun obboloota rakkoo keessa jiran bira haa dhaabbatu.

🤝 Tokkummaan humna.
🤝 Wal tumsuun aadaa keenya.
🤝 Obbolummaan qabeenya keenya.

Arsii keessatti hawaasummaa fi wal gargaaruun yeroo dheeraaf aadaa keenya ture. Har'as hojii gaarii kana itti fufuun namoota rakkoo keessa jiran bira dhaabbachuun dirqama keenya haa ta'u.

Madda Walabu Media – Sagalee Dargaggoota 🎙️🕊️

17/06/2026

Madda Walabu Media subscribe like comment

16/06/2026
16/06/2026

Breaknews

15/06/2026

⚽🌍 Seenaa Guddaa Cape Verde!Gareen Biyyaalessaa Cape Verde tapha Waancaa Addunyaa 2026 keessatti garee cimaa fi seenaa g...
15/06/2026

⚽🌍 Seenaa Guddaa Cape Verde!
Gareen Biyyaalessaa Cape Verde tapha Waancaa Addunyaa 2026 keessatti garee cimaa fi seenaa guddaa qabu Spain waliin taphachuun 0-0 jechuun qabxii qooddachuun hojii guddaa hojeteera.
Spain garee yeroo hedduu addunyaa irratti beekamaa, yeroo darbe Waancaa Addunyaa moo'atee seenaa kubbaa miilaa keessatti maqaa guddaa qabuudha. Haa ta'u malee, Cape Verde taphannoo cimaa agarsiisuun Spain irraa qabxii tokko fudhachuu danda'eera.https://t.me/Maddawalabumedia23

📢 Sagantaa Beekumsaa fi BeekamtiiTikTokeroota ciccimoo wajjin turtiin addaa Madda Walabu Media YouTube Channel irratti q...
15/06/2026

📢 Sagantaa Beekumsaa fi Beekamtii

TikTokeroota ciccimoo wajjin turtiin addaa Madda Walabu Media YouTube Channel irratti qophaa'e har'a Sa'aatii 1:00 PM (Ethiopia Time) irraa eegalee isiniif gadi dhiifama.

🎙️ Turtii keessatti:
✅ Muuxannoo jireenyaa
✅ Akkaataa milkaa'ina isaanii
✅ Qormaata isaanii
✅ Gorsa dargaggootaaf qaban
✅ Dhimmoota hawaasaa fi social media

kan irratti mariin bal'aan ni taasifama.

📌 Madda Walabu Media YouTube Channel subscribe godhaa.
📌 Like, Share fi Comment gochuun nu jajjabeessaa.

Madda Walabu Media – Sagalee Dargaggootaa

Ibsaa Abdulkadir Waan Ofii Koo Jawee Makii Oromia Rameto Geda Bedaso Kichuu Sabaa Negelle Arsi Football Club Zaker Kamal Ebsa Abba Jalala Ifnan Redwan Muhamad Muhee Amaan Senam Senam Musxfa Jemal A Godi Fayine Oromo O Fayo Muhee Adam

Address

Myezaroad

7975

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Madawalabu Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share