Oromummaa media

Oromummaa media Oromummaan Gaaddisa Bilisummaa, walqixxummaafi obbolummaati
ኦሮሞነት የነፃነት፣ የእኩልነት እና የወንድማማችነት ዣንጥላ ነው።

Dogoggoraa Umameef nu ofkoolchaIid Mubaarak! Akka Qorannoon Sa’uud Arabiyaa garsiisetti; Dilbatni baatii shawwaal 1 jdhe...
29/03/2025

Dogoggoraa Umameef nu ofkoolcha

Iid Mubaarak!
Akka Qorannoon Sa’uud Arabiyaa garsiisetti; Dilbatni baatii shawwaal 1 jdhee eegala. Kanaafuu Guyyaan Boruu Iida tahuun mirkanaa’eera.
Baga waggaa guutuu deebitan.

  Odeeffannoo Sobaa irraa Off eega.Baatiin Muldhachuu ishe kan beekamtu Sanbata Hardha Sa'aatii 11:00 Qoratooni Hawaa Ad...
29/03/2025

Odeeffannoo Sobaa irraa Off eega.Baatiin Muldhachuu ishe kan beekamtu Sanbata Hardha Sa'aatii 11:00 Qoratooni Hawaa Addunyaa Addeessa Qoranoodhaf Hardha akka ilalan Mani Marii SaudiArabiya🇸🇦 amma beeksiseera
Hanga ammaatti Guyyaan Sooma Hiikkaa Waan hin beekaminiif Namoonni tokko tokko Odeeffannoo Sobaa Maxansa Waan jiraniif Irraa Off eega.

20/03/2025
Ifxaara guyyaa hardhaa irraa kan fuudhatame suura ni dubbaata
15/03/2025

Ifxaara guyyaa hardhaa irraa kan fuudhatame suura ni dubbaata

Poolisiin   du'a Qananii irratti garee qorannoo hundeessee qorachaa jiraachuu ibsePoolisiin magaalaa Finfinnee du'a Qana...
12/03/2025

Poolisiin du'a Qananii irratti garee qorannoo hundeessee qorachaa jiraachuu ibse

Poolisiin magaalaa Finfinnee du'a Qananii Addunyaa ilaalchisee erga odeeffannoon isa qaqqabee kaasee garee qorannoo hundeeessee qorachaa jiraachuu beeksise.

Poolisii magaalichaa ibsa har'a baaseen, kutaa magaalaa Lammii Kuraa aanaa 3 bakka addaa manneen Saanshaayin jedhamu fuuldura gamoo Wuddaaseerra kan jiraattu Qananiin Bitootessa 01, 2017 ALI halkan keessaa naannawaa sa'aatii 10:00 manashee darbii 5ffaa irraa kufuu ibse.

Wallaansaaf gara Hospitaala Yaanet osoo geffamaa jirtuu lubbuun ishee darbuu kan eere, odeeffannoo akkuma isa qaqqabeen garee hundeessuum ragaalee teeknikaa fi taaktikaa walitti qabuu ibseera.

Poolisiin yeroo Qananiin gamoorraa kufte sanatti mana keessa kan ture abbaa warraashee Andu'aalam Gosaa to'annoo jala oolchee qorachaa akka jiru ibsuun, qorannoo dhumaa ummataaf ifa akka godhu beeksiseera.

Bu'aa qorannoo poolisii dursee odeeffannoowwan miidiyaalee hawaasaa gara garaa irratti tamsa'aa jiran sirrii akka hin taane fi adeemsa qorannoo gaggeeffamaa jiru irratti dhiibbaa hin malle uumuu waan danda'uuf namoonni gocha isaaniirraa akka of qusatan hubachiiseera.

Sirni awwaalchaa Qananii Addunyaa guyyaa har'a akka raawwatamu ibsameera.

  🥲Haati manaa Art. Andu’alam Gosaa, Model Keneni Adugna, du’aan addunyaa kanarraa boqattee jirti. Har'a  Ganama naannoo...
11/03/2025

🥲
Haati manaa Art. Andu’alam Gosaa, Model Keneni Adugna, du’aan addunyaa kanarraa boqattee jirti.

Har'a Ganama naannoo sa’aatii 1:00’tti gamoo darbii 5ffaa irraa ofdarbite jedhamaa jira.

Ol adeemtuun akkanaa tun haala akkasiin yoo karaatti haftu baay’ee nama gaddisiisa!

Maatii ishee hundaaf fi Artist Andualem gosaatiif Rabbi jajjabina haakennu.

Ethiotelecom Saamicha Cimaarraa Jiraa  Rakkoon qulqullinaa Ethio Telecom baay'ee walxaxaa ta'aa dhufee maamiloota irraa ...
08/03/2025

Ethiotelecom Saamicha Cimaarraa Jiraa

Rakkoon qulqullinaa Ethio Telecom baay'ee walxaxaa ta'aa dhufee maamiloota irraa qarshii kaffalchiisuun qulqullina hir'isuun hojimaata safuu hin qabneedha Ummanni filannoo waan hin qabneef kafaluuf dirqama jettanii yoo yaaddan Tele, of sakatta'aa jirra. Tajaajilli nuti kaffallee fi tajaajilli nuti argannu wal qixa miti Maallaqa guddaa kaffallee tajaajila daataa baayyee xiqqaa fi baayyee gadhee argachaa jirra.

Oromoon yeroo Adawaa Kabajuu yeroo kamu Dursaa Hacee Yaadata
01/03/2025

Oromoon yeroo Adawaa Kabajuu yeroo kamu Dursaa Hacee Yaadata

AmmeeAkka Sa’uudiin qorannoon mirkaneessitetti;Baatiin Ramadaanaa bara 1446 AH har'a mul'ateera. Kanaafuu Sanbatni xinna...
28/02/2025

Ammee

Akka Sa’uudiin qorannoon mirkaneessitetti;
Baatiin Ramadaanaa bara 1446 AH har'a mul'ateera.

Kanaafuu Sanbatni xinnaan Ramadaanaa 1 bara 1446 AH taha jechuudha.
guyyaan boruu guyyaa soomanaati.

Baga Ramadaana geessan!

  !Ajaa'iba guyyama guyyaan argaa jirra, Bulchaan Aanaa Gumbichuu waldaa IMX n ijaaramanii aanaa isaanii keessa jiran wa...
24/02/2025

!

Ajaa'iba guyyama guyyaan argaa jirra, Bulchaan Aanaa Gumbichuu waldaa IMX n ijaaramanii aanaa isaanii keessa jiran wallaalan.
Amma akkamitti nama akkanaatin bulchaa jechuu dandeenya?

Viva Toosh Tarree page

  WBOf Kenname  Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) Karaa Nagaa Filatanii Galaaniif Muudamni Kennamee Jira!Haaluma Kanaan:1....
21/02/2025

WBOf Kenname

Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) Karaa Nagaa Filatanii Galaaniif Muudamni Kennamee Jira!
Haaluma Kanaan:
1. Jaal Sanyii Nagaasaa Gorsaa Pireezidaantii Bulchinsaa MNO
2. Jaal Jireenyaa Rabbumaa I/A/Hoogganaa Biiroo Abbaa Alangaa Oromiyaa
3. Jaal Shurrubbee I/A/Hoogganaa Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenyaa Oromiyaa Ta'uun Muudamanii Jiru.

Bara Hojii Gaarii🥰

Obbolummaa!
20/02/2025

Obbolummaa!

Bineensi bineensa Caalu Nama Sammuu Akkamtu Kichuu tana Akkas goodha 😭😭
31/01/2025

Bineensi bineensa Caalu Nama Sammuu Akkamtu Kichuu tana Akkas goodha
😭😭

Aartistoonni Oromoo ulfaaadhaa🙏CBE 1000533532857 Wasane Ejeta.Galaana Gaaromsaa Gutu Abera Gadaa Hamdaa  Andualem GosaaK...
26/01/2025

Aartistoonni Oromoo ulfaaadhaa🙏
CBE 1000533532857 Wasane Ejeta.
Galaana Gaaromsaa
Gutu Abera
Gadaa Hamdaa
Andualem Gosaa
Kan kennitan hin dhabiinaa!.

25/01/2025

Kijibni nama oolcha malee, nama hin bulchu.

Dhaabbanni Meta illee ni rakkate!!Meta'n ibsa baaseen namoonni TikTok irratti beekkamtii qabdan yoo gama Facebook dhufta...
24/01/2025

Dhaabbanni Meta illee ni rakkate!!

Meta'n ibsa baaseen namoonni TikTok irratti beekkamtii qabdan yoo gama Facebook dhuftan Doolaaraa 5000 badhaafamtuu jedheera.
Dhaabbatichi namoonni TikTok gubbaatti dhageettii qaban hundi as Facebook gubbaatti kan dabalamtan yoo tahe badhaasa doolaara 5000 Fi Biluu Baajii ykn Mallattoo Facebook Kee adda baasu bilisaan isiniif kennamaas jedhe.

Dhaabbatichi TikTokn injifatamaa dhufu agarsiiseera

ODUU GADDAANamoonni nagaa 37 bakka tokkotti ajjeefaman.Godina Booranaatti wal waraansa hamaa guyyaa kaleessaa gaggeeffam...
23/01/2025

ODUU GADDAA
Namoonni nagaa 37 bakka tokkotti ajjeefaman.

Godina Booranaatti wal waraansa hamaa guyyaa kaleessaa gaggeeffameen aanaa tokkotti namoonni nagaa 37 bakka tokkotti ajjeefamuu AGM Gabaasera

Garaa Jabinaa Jechaan hin Ibsaamne Arginee hardhas
17/01/2025

Garaa Jabinaa Jechaan hin Ibsaamne Arginee hardhas

Address

Dubai

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromummaa media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share