Dacho jemal .

Dacho jemal . Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dacho jemal ., Digital creator, Riyadh.

Mohaammed Saalaah taphataa cimaa bara dorgommii 2024/25 jedhamuun Waldaa Piroofeeshinaalota Kubbaa Miilaa, PFAn, filatam...
20/08/2025

Mohaammed Saalaah taphataa cimaa bara dorgommii 2024/25 jedhamuun Waldaa Piroofeeshinaalota Kubbaa Miilaa, PFAn, filatame.
Bara dorgommii darbe Saalaah goolii 29 galchuun kubbaa goolii ta'an ammoo 18 mijeessee kennuu danda'eera.
Seenaa badhaasa kanaa keessatti badhaasicha yeroo sadi injifachuun Saalaah taphataa jalqabaati.
Saalaah taphataa cimaa Piriimiyeer Liigichaa fi taphataa cimaa waldaa barreessitoota kubbaa miilaa ta'uun baruma kana filatameera.

Waanuma inni hojjetudha 🤷

DIOGO JOTA 2️⃣0️⃣🕊️
15/08/2025

DIOGO JOTA 2️⃣0️⃣🕊️

Tilmaama isa dhumaa! PSG moo Tottenham: enyuutu Waancaa kaasa?🏆👀
13/08/2025

Tilmaama isa dhumaa!

PSG moo Tottenham: enyuutu
Waancaa kaasa?🏆👀

Joorjiinaa Roodiriigeez Roonaaldoo tole jatte.Jaalalaan Roonaaldoo waliin yeroo dheeraa kan turte Joorjiinaa kaleessa ga...
13/08/2025

Joorjiinaa Roodiriigeez Roonaaldoo tole
jatte.

Jaalalaan Roonaaldoo waliin yeroo
dheeraa kan turte Joorjiinaa kaleessa
gaaffii natti heerumtaa? jedhee
Roonaaldoon dhiyeesseef fudhatee.

Kiristiyaanoo erga daa'ima horatan booda
Joorjiinaa hadha warraa godhate.

Cristiano Ronaldo hatrikii hojatee AL NASSR💙😇
08/08/2025

Cristiano Ronaldo hatrikii hojatee
AL NASSR💙😇

💙💣 CRISTIANO 🤩 GAME HIRIYOAL NASSR
30/07/2025

💙💣 CRISTIANO 🤩 GAME HIRIYO
AL NASSR

Addunyaa kana irratti iddoowwan kubbaa miilaa taphachuuf baay'ee bareedu keessaa tokko 💕😍Stadium Giuseppe sinigaglia koo...
30/07/2025

Addunyaa kana irratti iddoowwan
kubbaa miilaa taphachuuf baay'ee
bareedu keessaa tokko 💕😍

Stadium Giuseppe sinigaglia koomo
Italy argamuu ⛰️

“komo 1970”

🇵🇹🌟 kiristiyaanoo Roonaaldoon garee saatif waggaa hunda garee isaa keessatti 2007 irraaa hanga 2025 taphateengalchii ola...
30/07/2025

🇵🇹🌟 kiristiyaanoo Roonaaldoon garee saatif waggaa hunda garee isaa
keessatti 2007 irraaa hanga 2025 taphateen
galchii olaanaa ta'eera,poorchugaal
dabalatee.😇

Barcelona filannoowwan weeraraa Yeroo saan 🩵❤️🤩
30/07/2025

Barcelona filannoowwan weeraraa
Yeroo saan 🩵❤️🤩

Adam Traore yeroo taphaan dura harka isaa zayitii ol kaasu taphattoonni akka isa fudharaniif cimsuuf😂
30/07/2025

Adam Traore yeroo taphaan dura
harka isaa zayitii ol kaasu
taphattoonni akka isa fudharaniif
cimsuuf😂

Iji gara fuulduraa irratti.🔵🟡🔵🟡🔵🟡🔵Cristiano: 🤩
28/07/2025

Iji gara fuulduraa irratti.
🔵🟡🔵🟡🔵🟡🔵

Cristiano: 🤩

Injifataa yeroo dabalataa Euro 2022xumuraaf -Moo'ataa yeroo dabalataa walakkaaEuro 2025-Awurooppaa 2025 xumuraattiinpeen...
28/07/2025

Injifataa yeroo dabalataa Euro 2022
xumuraaf
-Moo'ataa yeroo dabalataa walakkaa
Euro 2025
-Awurooppaa 2025 xumuraattiin
peenaalitii injifataniiru

Chloe Kelly:👌

Address

Riyadh

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dacho jemal . posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share