Bareedduu Oromoo

Bareedduu Oromoo Active.

Rabbiin Umrii nu Dheereysee Bakka yaanneen Nuhaa Gahu...  ↪Aaaaammmiiinnnn      Allaahu Aaaammiin
31/07/2026

Rabbiin Umrii nu Dheereysee Bakka yaanneen Nuhaa Gahu...
↪Aaaaammmiiinnnn
Allaahu Aaaammiin

11/07/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Ofiin Ofgea, Abdîî Ambòó, Abdoo Sulxan

I'm on the weekly engagement list for Ali Dawe.Follow back let's go
10/07/2026

I'm on the weekly engagement list for Ali Dawe.
Follow back let's go

Leenjisaan Garee Biyyoolessa Egypt akkas jedhe. FIFA’n sababa naggada yoo Mesiin gale jalaa qorru sodaaf jecha haqa dabs...
07/07/2026

Leenjisaan Garee Biyyoolessa Egypt akkas jedhe. FIFA’n sababa naggada yoo Mesiin gale jalaa qorru sodaaf jecha haqa dabse. kun sirrii miti. Taphattoonni keenya Ni caalu. Injifatanii jiru jechuun dubbate. Yeroo gochaan badii taphataa Egypt irratti raawwatamus gaafii dhiheessef sababa qeebaluu didaniif mallattoo diddaa Oromoo’n wayyaanerratti agarsiisaa turte san fayyadamuun harka walqaxxaamursee hanga leenjistoota isaa waliin jiran garii isaanitif kaardii diimaan kennamuufitti mormataa ture. maalif gaafii gaafattaafis kaardii yellow kennameefii ture. sa’aa takka dura suuraa garee Biyyoolessaa Kubbaa miilaa Egypt fb isaa irratti maxxansuunis Ijoollee teessaniin boonuu qabdan jedhee akka injifatan garuu irra deddeebiin dubbate. itti dabaluun suuraa Murteessaa Garee Egypt fi Argentina taphachiise maxxansuun Addunyaan si ilaalaa jirti jedheen

Arjeentiinaanis gara qe'ee isaaniitti galuuf daqiiqaa xiqqoo hafe.Masirii 2-0 ArjeentiinaaYaada keessan nuuf barreessaa
07/07/2026

Arjeentiinaanis gara qe'ee isaaniitti galuuf daqiiqaa xiqqoo hafe.

Masirii 2-0 Arjeentiinaa

Yaada keessan nuuf barreessaa

A new record for Lionel Messi... but an unwanted one
07/07/2026

A new record for Lionel Messi... but an unwanted one

👍👍👍👍👍👍👍
07/07/2026

👍👍👍👍👍👍👍

Adresse

Motivational
Au
INSPIRATIONIDEAS

Benachrichtigungen

Lassen Sie sich von uns eine E-Mail senden und seien Sie der erste der Neuigkeiten und Aktionen von Bareedduu Oromoo erfährt. Ihre E-Mail-Adresse wird nicht für andere Zwecke verwendet und Sie können sich jederzeit abmelden.

Verknüpfungen

Teilen

Kategorie