Oromia Digital

Oromia Digital Odeeffannoo technology haarawwaa guyyaa guyyaan Argachuuf Follow Godhaa
(6)

19/05/2026

Waanti kun waan isiniif gale hin fakkaatu SIM keessan galmeessuun kuufama internet 100GB qarshii 35 ji'a tokkoof desta package kan jedhamu bitachuu dandeessu ilaalaa step guutuusaa

18/05/2026

Telegram banachuuf ykn login gochuuf yeroo jettan code warri siif erguu dide furmaata gabaaba

18/05/2026

Qarshi 5'n GB 1 Qarshii 35'n GB 35 bitachu yoo barbaaddan Sim keessan galmeessa.

17/05/2026

Message nama kamiiyyuu xalafuudhaan horsofuu dandeessu video guutuu ilaala ✅️

17/05/2026

Password email keessanii yoo dagattan akkaata salphaan deebifattani argattan setting kana keessaa

16/05/2026

Muslim yoo taatee video kana bira akka hin darbine sababni isaas immoo baayyee waan si fayyaduuf siif qopheeffame

15/05/2026

Liqiin kaardii mobile ethiotelecom utu isin irra jiruu dabaltanii yeroo 5 liqeeffachuun dhala tokko malee qarshii liqeeffattan deebisu ni dandeessu.

14/05/2026

Bilbila keessan isin malee namni biraan application yeroo banuuf jedhu ofiin utuu password tokkollee hin gaafatin akkanni keessa baasu godhadhaa

14/05/2026

Part 2 Dafaa fayyadama qarshii 35 qofaan 100GB internet kan ji'a bitadhaa full video

13/05/2026

BAGA GAMMADDAN
carraa dhufetti dafaa fayyadama kuufama internet kan ji'a 100GB qarshii 35 qofaan bitachuun danda'ameera

12/05/2026

Passport online galmaa'uun sirritti hojiirra ooleera app kanan yoo bade fi expired ta'e haaromfachuu dandeessu

Adresse

Australia
Vienna

Webseite

Benachrichtigungen

Lassen Sie sich von uns eine E-Mail senden und seien Sie der erste der Neuigkeiten und Aktionen von Oromia Digital erfährt. Ihre E-Mail-Adresse wird nicht für andere Zwecke verwendet und Sie können sich jederzeit abmelden.

Teilen

Kategorie