Mino Risaj

Mino Risaj Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mino Risaj, Video Creator, Calgary, Calgary, AB.

08/25/2020

Maloo maloo????

07/12/2020

Yaa abiyii

07/07/2020

Senaaa akkan garaa namaa nyattuu kanaa ittii dhiyadhaa dhagefadhaa share wolif godhaa obleyan kenaa barnottaa gudaa qabaa 😞😞😥😓
Jaal/dheressa robaa

07/07/2020

Abiyin bassa nuttii basee

Woyyoooo woyyoo yaa acee koo
06/30/2020

Woyyoooo woyyoo yaa acee koo

NABIYYII RAAHMATAA-{kutaa 1ffaa}🌸🌼/\_/\_/\_/\_/\_/\_/\_/\_/\🌼🌸Nabiyyi keenya kabajamaa fi jaalatamaan nabi Muhammed ﷺ na...
06/17/2020

NABIYYII RAAHMATAA-{kutaa 1ffaa}
🌸🌼/\_/\_/\_/\_/\_/\_/\_/\_/\🌼🌸
Nabiyyi keenya kabajamaa fi jaalatamaan nabi Muhammed ﷺ nabiyyii Raahmataa kan addunyaa kana maraaf Raahmataan ergame tahuun isaanii beekkamaa dha, jiruuf jireenya isaanii keessattiis Ilma namaatiif, Bineeldootaaf, Biqiltootaaf hangam takka Raahmata akka godhaa turan seenaan isaanii raga dha. Inshaa Allaah seenaa isaanii keessaa taateewwan gaggabaabduu fudhadhee isiniif dhiheessuuf niin yaala. Har’aaf taatee kana dubbisaa.
-
Guyyaa tokko namtichi hiyyeessi tokko hurbuu eenabaa takka kennaa fidee Gara nabi Muhammad ﷺ dhufe. Nabi Muhammed ﷺ garuu (hurbuu kanarraa) takka osuma nyaatu, tan lammaffaatiis osuma nyaatu, tan sadaffaa,.. osuma jedhuu hundumaa ofumaaf nyaate. Namoota isaan bira taa’aniif firii takkallee hin laanne. Kana booda namtichi hiyyeessi kun kennaa isaa kana Rassuulli ﷺ nyaachuu yeroo argu baay’ee gammaduudhaan achii deeme. Erga namtichi deeme booda Sahaaboota keessaa tokko akkana jechuudhaan Rassuula ﷺ gaafate:
«Yaa Ergamaa Rabbii ﷺ Akkamitti Eeynaba hunda osoo tokkoo keenyaafillee hin laatin ofuma keetiif nyaattee fixxa?»
-
Rassuulli keenyaas ﷺ seequudhaan akkana jedhanii deebisaniif:-
«Eeynaba hundumaan sababniin ofumaaf nyaadheef dhangaggaa’aa waan ta’eefi. Osoon isiniif laadheera ta’ee isin immoo itti kolfitu, kun immoo miira namticha sanaa miidha. Kanaafuu an immo (eeynaba dhangaggaa’aa kana) gammadaa nyaadhee namticha kana gammachiisuu akkaan qabuun ofitti hime. Miira namticha hiyyeessa Sanaa akka miidhamu hin barbaadne.»
-
Yaa subhaan Allaah! Mee obsa fi akka inni itti namaaf yaadu Ergamaa keenya ﷺ kabamaa ilaalaa. Osuma ilkeen isaanii hadoodu miira namticha miskiina tokkoo eeguudhaaf jecha eeynaba dhangaggaa’aa nyaatee xumure. Namtichaas gammachiise. Sallallaahu aleeyhi wassallam. Jedhaa nabii irattii sallwatta busaa
S.....A....w.......

06/14/2020

Hijamnii kee baredina kettii baredinaa ketii kabajaf ulfinaa duran islamatii dubarttii islamaa🙅😖 HAMZA Kenyaa nuf jiraduu ♥💯💯💯✔✔✔✔✔✔✔✔

⭐🌟SALLANI IIDA manaa kenyattii                              akkatta ittii salatamu⭐🌟🌟Hayyoonni islaamaa gariin isaanii w...
05/23/2020

⭐🌟SALLANI IIDA manaa kenyattii
akkatta ittii salatamu⭐🌟🌟
Hayyoonni islaamaa gariin isaanii waajiba/dirqama jedhu, gariin ammoo sunnaadha, isaan gariin ammoo sunnaa jabeeffamaa fi gariinis fardu kifaayaa jedhu.

📜Salaanni iidii dirqamas ta'u sunnaa, yoo danda'ame namaan walitti qabamanii yoo hin danda'amin ammoo kophama salaatuun barbaachisaa fi mallattoo amantiiti.

※Bu'uuraan salaannii iidaa kan salaatamu iddoo bal'aa salaataaf qophaa'e irratti yoo ta'u, akkuma haala jiruutiin masjida keessattis ni salaatama.

Sababoota garagaraatiif namni iddoo salaata sana ykn masjida dhaqee salaatuu hin danda'in mana isaa keessatti jama'aan ta'uu kophaa isaa salaatuu akka danda'u imaammu shaafi'ii dabalatee hayyoonni islaamaa biroo ibsaniiru.

Salaanni iidiidhaa raka'aa lama(2) qofa.

Azaanas ta'ee iqaamaa hin qabu.

📜 Sunnaa duraas ta'ee sunnaa boodaa hin qabu.

📜 kuxbaa? Hayyoonni islaamaa salaata iidaa yoo jama'aan si waliin jiraate malee hin ta'u jedhan.

Ammoo yoo gorsa gabaabaa namoota waliin salaatan sanaaf waa'ee sodaa rabbii fa'a yoo walii dhaaman rakkoo hin qabu jedhu.

[Ramadaan : 26]Hadiisa Abaa Hureyraan odeyseen ergamaan Rabbiiﷺ "tokkoon keessan hoggaa Soommane guyyaa san waan fokkott...
05/21/2020

[Ramadaan : 26]

Hadiisa Abaa Hureyraan odeyseen ergamaan Rabbiiﷺ "tokkoon keessan hoggaa Soommane guyyaa san waan fokkottuu hin dubbatin, (waan bu'aa hin qabne irrattiis)hin lallabin. Yoo namni wahii isa arrabse ykn loleen, 'an nama Soommana qabu' haa ja'uun. Isa lubbuun Muhammad harka isaa jirtutti kakadhee, shurufkaa afaan nama Soommaneetu Rabbi biratti urgaa Miskii caala. Nama Soommaneef gammachuu addaa lamaatu jira: hoggaa fure furaa isaatti gammada. Akkasuma hoggaa Rabbii isaa qunnamees Soommanuu isaatti gammada" ja'e. [Bukhaarii fi Muslimtu gabaase]

- Soommanaa, waan fokkottuu dubbachuufi hojjechuunis hin tahu. Jarjaraa namaatin yoo wal afaan dhufne "an Soommanaan qaba" jannee bira haa dabarru. Abaarsaafi arrabsoo inni itti nu afeeru san seenuu hin qabnu. Namni Soommana isaa haala kanaan bareeche, boru badhaasa Rabbiin isaaf qopheesetti gammaduuf jiraata.

05/11/2020

Ammiinn ammin bichaa jedhaaa

05/06/2020

Guyyaa hardhaa duressaa oromoo jabaa KABIR HUSSEN WAAQOO awalchaa issaa irattii argamin hordoftoni siyyasati fi woronii mottumaa irattii argamun hasayaa dabarsaniruu. firottan isatti fi mattii isaa hundafuu jajabinaa hawinafii

05/01/2020

Nashidaa

Address

Calgary
Calgary, AB
V5K

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mino Risaj posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category