Awash Media and Marketing Promotion

Awash Media and Marketing Promotion Awash MMP is a dynamic & innovative company specializing in comprehensive media & marketing solutions

ICCITIIN DUBBI Murti guuto DUUBA JIRU MAALI? Hawaasa kiyya jaalatamaa, yaani asii gaditti barreesse kuni ilaalicha dhuni...
10/25/2025

ICCITIIN DUBBI Murti guuto DUUBA JIRU MAALI?

Hawaasa kiyya jaalatamaa, yaani asii gaditti barreesse kuni ilaalicha dhunifaa kiyyaa fi taajjabbi mataa kiyya malee kan eennuyyu bakka hin buune ta’uu hubachuun taaigabbiin akka dubbisitan kabajaan isin affera.

1. Amala Murti Guutu walaaluu. Nama yaroo hunda ajandaa wal falmisiisaa uumuun beekkame. Jireenyi isaa yoo midhame namoota dhunifaatu miidhe malee Majiliisa Musilimaati miti. Kanaafu sababini Nama kafarisiisu hin jiru.

2. Kaayyoo girrigirri kanaa:- dubbi inni gadi fide kuni ji’a lama dura ajandaa gandumaatiin dhufee ture. Abbaan Ajandaa saniillee Murti Guutodha, yaroo sanisi Hararigumma dhaadheesse Arsii arbsuun Abbooti qabeenya Hararigee Zaki Dallas fi Yadata Juneeyidii faa faarisaa ture, target 🎯 isaa kan ture namoonni kuniin goota keenna jedhanii akka waamanii mallaqa kennaniif ture, garuu bu’aan isaa (results) falla ta’e, Nama baalagee ta’uu isaa waan beekaniif namni hunduu dugida itti galee jennaan amma ajandaa kana qabatee gadi bahe.

3. Sababa Kasaara daldala isaa (Business failure) :- mallaqaa fi saganta gahaa malee daldala eegala jedhee socho’aa ture, osoo waa harikaa hin qabine dhugaatii rabies jedhee namoota irraa mallaqa fudhee baqataa ture, kunis rakkoolle hidhaa dheenigada Roobetti uumameef isa saaxile, kunis hanga amma kan seerri harikaa qabuu fi wabiidhaan bahe. Dhimmoni akka kana mallaqa nama fi Bank 🏦 wal qabatu rakko heddu keessa galuu isaa namooni itti siqan sirritti beeku. Kan Biraa sagantaa Malee Kusaalee (Store) kireeffachuu, Konkkolaataa gatii qaalii kireeffachuu, baasii gara malee (unnecessary expense) dhaaf saaxilame. Kunis waan kasaara keessa isa galcheef kana mudate.

4. Mana Diigame:- namni jalaa diigame durumaa kan seeraan ala ijaaramaa ture fi mana seera qabeesaa akka hin ta’in mucaan ijaraa kana seenaa beeku bahee dubbataa jiraa dhageeffadhu.

YAADDOO KIYYAA FI DHAMISA DHUMAA

# Amma ajandaan itti aanee dhufu Murti Guuto sabaab rakkateef amantaa gadi dhiisaa jiraa mallaqaan haa gargaarru kan jedhu.

# Bu’aa (consequence)
Wagga lamaafi sadi dura yoo na gargaaruu diddan of ajjeesa faashiniin jedhu tokko dhufee ture, ajandaa and akkasii yaroo hedduu oromoo tana keessatti uumamee live social media irratti of ajjeesina jedhanii business hojjata turan. Faashininiin ajandaa itti anuu yoo na garigaaruu diddan amantaa jijjiradha ka jedhu ta’ee dhufa jechuudha. Kuni adeemisa hamaa fi balaa gudda fidu uuma. Kanaafuu waan kana xiyyeeffanaan ilaaluun barbaachisaadha.

Galatoomaa

10/07/2025
09/08/2025
Calgary Zoo hippopotamus
08/30/2025

Calgary Zoo hippopotamus

Calgary Zoo
08/30/2025

Calgary Zoo

07/14/2025
07/10/2025
06/27/2025

Bullo Concert, June 28, 8:00 PM, 5600 Center Street N, Calgary AB

06/27/2025

Bullo Concert in Calgary, June 28, 8:00 PM. Address 5600 Center Street N, Calgary AB.

06/27/2025
Get ready, Calgary! 🎶 YOSAN GETAHUN is bringing the fire to Bullo Concert – June 28!📍 5600 Centre St N, Calgary⏱️ 8:00 P...
06/22/2025

Get ready, Calgary! 🎶 YOSAN GETAHUN is bringing the fire to Bullo Concert – June 28!
📍 5600 Centre St N, Calgary
⏱️ 8:00 PM
🎉 One night. One stage. One legend.
🎫 Don’t miss the biggest Habesha event of the summer!

Address

3509 17 Avenue SE #16A
Calgary, AB
T2A0R6

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Awash Media and Marketing Promotion posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Awash Media and Marketing Promotion:

Share