ORO MULTI MEDIA

ORO MULTI MEDIA for promotion contuct us on 09 38 38 38 01
(1)

Ganama ganama yoo nyaattee jiraatte maal yaadatta?
09/13/2025

Ganama ganama yoo nyaattee jiraatte maal yaadatta?

Istidiyoo baadiyyaa lowziitu sitti tole mo miciyyootu sitti tole mee adda nuuf baasi kha 😁
09/11/2025

Istidiyoo baadiyyaa lowziitu sitti tole mo miciyyootu sitti tole mee adda nuuf baasi kha 😁

Boqqolloo
09/11/2025

Boqqolloo

Bakhulee
09/10/2025

Bakhulee

Hidha Haaromsaa suuraadhaan
09/08/2025

Hidha Haaromsaa suuraadhaan

Maqaan isaa mal jedhama?
09/08/2025

Maqaan isaa mal jedhama?

Boqqoolloo
09/08/2025

Boqqoolloo

Maal jettanii yaamtan?
09/07/2025

Maal jettanii yaamtan?

Gachana charity association fi waliif association waliin taudhan saganta ganna barattota barsiisaa ture eebba isaanii ad...
09/06/2025

Gachana charity association fi waliif association waliin taudhan saganta ganna barattota barsiisaa ture eebba isaanii adda durummaadhaan bulchiinsa kenya waliin gaggeessaa oole.
Quaqme 1 bara 2017.

Hoggantoota kenya keessummoota kabajaa teanii sagantaa kan nuf barechitan maqaa gaachana charity fi waliif associationiitiin isin galateffatu barbaada.

Hoji tola ooltummaa dhaabbanni lamaan waliin taee qophesse irratti barattoota mana barumsaa 6 irraa walitti qabuun barattoota ganna lamaan kana bifa adda taeen kuta 1 haga 8 barsiisee xumureeti jira.

Akka bulchinsatti kabajamo obbo khalid durataa'aa sport commission kan tean dhaabbata lamaan guddaa jajjabeessuun haasawa onnachiisoo fi abdachiisoo godhuudhan dhaabbata akka hawaasni fi bulchiinsi jabeeffatu qabanis dhaamaniiti jiru.

Kabajamo obbo ibsa damiinaa dhabata lameenuu galateeffatuun haasawa abdachiisoo ummataa fi dhaabbata lamaan of duratti ceesisu gorsuun gara fuuldurattis isin walin jira jechuun dhaamsa jajabaa dabarsaniiti jiru.

Shek abdurazaq dhabata kana hawaasaaf abdachiisoo fi ummataaf barbaachisoo tauu isaa kaasuun ummanni dhabata kana akka wan isaatti laalee cinaa dhabatu aka qaban dhaamsa jajabaa kaa'aniiti jiru.

Bulchiinsi gandaatii fi hoggantoonni qaqqaaliin dhabata gachana fi waliif fakkeenya dhaabbattoota biraa taee arkamuu isaa kaasuun abdii akka irraa qabaniis himaniiti jiru.

Ganna kana barsiisaa turuun isaa akka bulchiinsattis taee akka ganda leencaatti hojii gannaa boonsaa dhaabbata lamaani walin gagesurati gaheen bulchitoonni kenya nuwaliin qooddatan guddaa guddaa bareeda ture.
Maqaa dhaabbata lamaaniitiin galatoomaa jechuni barbaada.

Address

Edmonton, AB

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ORO MULTI MEDIA posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to ORO MULTI MEDIA:

Share