Fayisa Oljira

Fayisa Oljira Proverbs 19:20
"Listen to advice and accept discipline, and at the end you will be counted among the wise."

08/07/2025
07/24/2025
💬   16Gurbaa isa jaalalli mucayyoo si qabee si rakkisaa jiruuf:1️⃣ Obsa qabaadhu, ariifataa hin ta'in.Itti yaaddee gaaff...
07/23/2025

💬 16

Gurbaa isa jaalalli mucayyoo si qabee si rakkisaa jiruuf:

1️⃣ Obsa qabaadhu, ariifataa hin ta'in.
Itti yaaddee gaaffii jaalala kee akka deebiftuuf yeroo kenniif.
Jaalalli humnaan osoo hin taanee, suuta kan guddatuudha.

2️⃣ Filannoo ishee kabajiif.
Tole jettus dhiiftus, yaanni ishee kabajamuu qaba.
Jaalalli dhugaan “kanumti an jedhe qofti haa ta'u” hin jedhin.
Akkaaumas fedhii fi yaada nama biraas ni kabaja.

3️⃣ Kabaja kee eeggadhu.
Hamma kabaja kee gadi buuftutti hin kadhatin.
Nama sirrii yoo taate, eenyummaa kee akkuma jirutti si jaallatti.

4️⃣ Of foyyeessuu irratti hojjedhu.
Grow yourself.
Nama sirrii, nama itti gaafatamummaa fudhatuu fi ogeessa of taasisuu irraatti xiyyeeffadhu.
Deebiin jaalalaa kee utuu hin deebi'in iyyuu, of guddisuun bu'aa siif qaba.

5️⃣ Jaalala dhugaa fi jaalala akkasumaan hafuura si kutu adda baafadhu.
Fedhiin jiru guddaa ta'uu danda'a.
Jaalalli dhugaan garuu, amanamummaa, kabajaa fi walhubannaan suuta ijaaramaa deema.

📌 | nama abdatu

07/12/2025

What is the 'five rights' of medication administration?

Good food habits = Better life! 🥗✨Start small:✅ Eat more fruits & veggies✅ Drink plenty of water✅ Limit processed foods✅...
07/12/2025

Good food habits = Better life! 🥗✨
Start small:
✅ Eat more fruits & veggies
✅ Drink plenty of water
✅ Limit processed foods
✅ Don’t skip breakfast
Healthy choices today = Stronger you tomorrow! 💪🍎

No breathing , no life!
04/13/2025

No breathing , no life!

Adresse

Montreal, QC

Site Web

Notifications

Soyez le premier à savoir et laissez-nous vous envoyer un courriel lorsque Fayisa Oljira publie des nouvelles et des promotions. Votre adresse e-mail ne sera pas utilisée à d'autres fins, et vous pouvez vous désabonner à tout moment.

Raccourcis

Partager