Naif Tube Officials

Naif Tube Officials Page Naif Tube Official Like godhuun Yaroo hunda of Haaroomsaa "Page Afaan Oromoo"

Laali dalagaa rabbii!Dubartiin tun Amata 12 dhala dhabdee rakkatte. Yaaltee yaaltee dadhabde. Ni booche, ni gaddite. Ama...
05/07/2026

Laali dalagaa rabbii!

Dubartiin tun Amata 12 dhala dhabdee rakkatte. Yaaltee yaaltee dadhabde. Ni booche, ni gaddite. Amata 12. Taa'ii yaadi hagam akka dheeratu!

Guyyaan Rabbii gaafa ga'u garuu seenaatu raawwatame. Galmeetu garagale. Yaroo tokkotti daa'imman shan deesse! Daa'imman shan! Isheenis nagaa, daa'imman shananuu nagaa! Takkaatti manni guute! Takkaatti haadha uummataa taate!

Dubartiin tun ijoollee shan al tokkotti kan deesse magaalaa , hospitaala Hiwot Faanaa keessatti.

Agartee?
Gaafa guyyaan kee gehe Rabbi gatii imimmaan kheetii dachaan siif deebisa. Waan hunda kun fayakuni godha! Khadhatte Khadhattee Abdii khutaa jirtaa? Lakki, abdii hin kutiin! Waan furmaata dhabe hunda akkatti bakkatti si haa furuu

Ni tura malee ni fura!
Lata kani Aga

Gammadaa! Gammadaa!Gammachuu Masjida Bin Abbas, Magaalaa TorontoWarri gaafa masjidni nu harkaa bahu jiraa dirmadha jenne...
04/12/2026

Gammadaa! Gammadaa!
Gammachuu Masjida Bin Abbas, Magaalaa Toronto

Warri gaafa masjidni nu harkaa bahu jiraa dirmadha jenne iyyinee, isinis
iyyitanii _ iyya dhageessistan hundi kessanuu galatoomaa arra gammanne
gammadaa. dhagahaa dhagessisaa bakka hunda waliin nuuf gahaa, MASJIDNI
BIN ABBAS abbas arra rakkoo masjidni isa harkaa fuudhamuu jalaa behe, kaartaa (Title)
isaa harka galfate.

Warri mana kana duraan qabu isinirra gurgurra, isin irra qollofna jechuu ji’a lameen dabre kana masjida doorsisa turan, arra rabbi nu fure. isaanis bakka irraa hin
deebinetti masjida kana keessa kutan.

Alhamdulillah arra masjidni keenya, nu harka deebi’e. “ Liqii xiqqo qofa nurratii” hafe. Inshallah sanis Du’ai godhaa.

Kanumaan wal qabatee dargaggoon masjida Bin Abbas “BIN ABBAS YOUTH ASSOCIATION” nama hojii masjidaa boonsaa kana itti laffe’ee hojjate Haji ABDUSMAD JUNDI badhaasa mana rabbii ziyaaruu badhasan.

Alhamdulillah

04/10/2026

Amata dhibba booda eessa jirra 🥺

Israail akka ummata filisxiin nama 10,000 rashanuuf seeraan murteeffatte jirti. Nuti hawaasni lubbuu teenyaahu injifachu...
03/31/2026

Israail akka ummata filisxiin nama 10,000 rashanuuf seeraan murteeffatte jirti. Nuti hawaasni lubbuu teenyaahu injifachuu dadhabe akkamiin obboleyyan kheenyaaf tumsina… Yaa Rabbi nuuf dirmadhu nun halaakini. Yaa Rabbi Masjida kee Aqsa warra bilisoomsu nu godhi.

حسبن الله ونعم الوكيل

Osoo Silaa ?!Ergamaan Rabbii ﷺ Manaabaan si dhufee ati jannata kessatti ollaa kiyya siin je’ee? Abshir, Salawaata nabi i...
03/26/2026

Osoo Silaa ?!

Ergamaan Rabbii ﷺ Manaabaan si dhufee ati jannata kessatti ollaa kiyya siin je’ee?

Abshir, Salawaata nabi irratti buusi.

Alhamdulillah, Well done.

Eid Mubarak!Masjid Bin Abbas Irra!Eida milkii isiniif haa tahu.
03/20/2026

Eid Mubarak!
Masjid Bin Abbas Irra!

Eida milkii isiniif haa tahu.

02/26/2026

Tarawih 2026 - Surah Al A'araf ~ Abdulatif Sheik Abdurahman At Bin Abbas Mosque Toronto

Baga Rabbiin isiniin gehe, Akkuma Nagayaan Nuun Gehetti nagayaan nu haa goolabsiisuu…Amiin
02/17/2026

Baga Rabbiin isiniin gehe, Akkuma Nagayaan Nuun Gehetti nagayaan nu haa goolabsiisuu…

Amiin

Baga Fuute Saido Mane. Guyya Arra 1-0 Morocco injifate Senegal. Islamummaa ol qabdee Ammallee oliin si haa deemu.
01/18/2026

Baga Fuute Saido Mane. Guyya Arra 1-0 Morocco injifate Senegal. Islamummaa ol qabdee Ammallee oliin si haa deemu.

Address

Toronto, ON
M6M4P4

Website

https://www.instagram.com/abdulatif_man?igsh=MTh4aGtnZzhyOXFi

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Naif Tube Officials posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category