Anole Global Media

Anole Global Media Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Anole Global Media, Hamilton, ON.
(2)

07/29/2025

Ummata Gaazaa guutuu buqqaasuuf Israel faana marii godhaa, gargaarsa ummanni taasise nuutu erge jechuu hin saalfattanii garuu?

Oduu sobaati!!Gargaarsi alaabaa Itiyoophiyaatin ummata Gaazaaf dhaqe, mootummaa Itiyoophiyaatu erge kan jedhu soba qofa ...
07/29/2025

Oduu sobaati!!
Gargaarsi alaabaa Itiyoophiyaatin ummata Gaazaaf dhaqe, mootummaa Itiyoophiyaatu erge kan jedhu soba qofa utuu hin taane duula badii raawwatan dhoksuuf godhamuudha.
Gargaarsa alaabaan Itiyoophiyaa irra jiru kana kan erge lammiilee Itiyoophiyaa biyya alaa jiraniidha. Isaantu waan qabu buuse erge.

Sanarra kan dabre Abiyyi wanti galateeffachiisu hin jiru, inumaa Abiyyi filisxeemoota buqqaasee lafa isaaniirraa duguuguuf marii gaggeessaa hin jiruu?
Waan balleessan dhoksuuf yaalii akkasii godhamu ummanni dursee hubachuu qaba. Mootummaan Abiyyi filisxeemoota buqqaasuuf marii gaggeessaa jiru haga hi. Dhaabnetti yakkamaadha.

AMMEE UK🇬🇧 Palestine 🇵🇸 UKn baatii fulbanaa keessa Falasxiiniif beekkamtii kennuuf dhaadatte.MM UK Stamer ibsa amma laat...
07/29/2025

AMMEE
UK🇬🇧 Palestine 🇵🇸

UKn baatii fulbanaa keessa Falasxiiniif beekkamtii kennuuf dhaadatte.
MM UK Stamer ibsa amma laataniin Israel gaazaa keessatti fixinsa raawwachaa jirtuuf hatattamaan furmaata hin kennitu taanaan Fulbana dhufu Falasxiiniif beekkamtii ni laannaa jedhaniiru

Jaal Faqqadaa Abdiisaa fi Mootummaa🙌Yeroo dheeraaf Jaal Marroo ajjeesuuf barbaadaa kan ture Jaal Faqqadaan galeera.Mootu...
07/29/2025

Jaal Faqqadaa Abdiisaa fi Mootummaa🙌

Yeroo dheeraaf Jaal Marroo ajjeesuuf barbaadaa kan ture Jaal Faqqadaan galeera.
Mootummaan fedeeraalaa hidhachiisee ummata Oromoo ajjeesissaa kan ture, keessumaa maqaa Jaal Marroo qabu qabna jedhuun namoota hedduu kan ajjeese Faqqadaa Abdiisaa yeroo amma Mootummaan bosonaa baasee gara manaa galcheera.
Ummanni immoo himata irratti banuu qabna jechuun waamicha dhiyeessa jiru.
Video👇

AMMEEDiraamaalee ajaa'iba Abiyyi jimmatti Meeloonii waliin!!Jaal Faqqadaan galeera!Ballinaan 👇
07/29/2025

AMMEE
Diraamaalee ajaa'iba Abiyyi jimmatti Meeloonii waliin!!
Jaal Faqqadaan galeera!
Ballinaan 👇

AGM kabajamoo, dubbiin enyummaa fi adaa ofii beekuu dubbii akka salphaatti laalam...

Amma ni kolfama moo ni booyama?😭Ayiii Abiy!!
07/29/2025

Amma ni kolfama moo ni booyama?😭
Ayiii Abiy!!

Gaazexeessitoonni FIB duraanii Mootummaa faarsuuf jettanii dhugaa oromoo awwaalaa jirtan, yoo xiqqaate Anwar Jamaal irra...
07/29/2025

Gaazexeessitoonni FIB duraanii Mootummaa faarsuuf jettanii dhugaa oromoo awwaalaa jirtan, yoo xiqqaate Anwar Jamaal irraa waa baradhaa😑

Dhuguma isin caalaa Mootummaa Faarsee jireenya gaarii jiraachuu namni danda'u Anwar Ture, garuu osoo Mootummaa jaalatees dhugaa Ummataa awwaaluuf "isaa waan hin jirreen Mootummaa faarsu hin argitu" naamusa gaazexeessummaatu irraa mul'ata.
Mootummaas tahee ummata Wal qixa Tajaajiluuf rakkata malee haqa Ummataa dhoksee Mootummaa faarsuuf hin dhiphatu.
Garaa isaaf Hagas Mara hin watwaatu.

Mootummaa deeggaruu miti waaqeessuun illee mirga garuu faxara guyyaa tokkoof jettee dhugaa Ummataa awwaaltee hin tahu. Wanti akkasii boru aarsaa SI kafalchiisaas!!

Warri FIB diiguun dhugaa Ummataa awwaaluuf baay'ee rakkataa jirtan ummanni isin taajjabaa jira😣

An shufeera addunyaati;-Abiy Ahmed Ali DheeraaIsiniin ceesisaas jedheera!!
07/28/2025

An shufeera addunyaati;-Abiy Ahmed Ali Dheeraa
Isiniin ceesisaas jedheera!!

Mirkanaa'era!!Mootummaan naannoo soomaalee aanaaleen 14n murteeffate kan naannoo Oromiyaa  irraa humnaan fudhate tahuu R...
07/28/2025

Mirkanaa'era!!
Mootummaan naannoo soomaalee aanaaleen 14n murteeffate kan naannoo Oromiyaa irraa humnaan fudhate tahuu Raadiyoon biyya keessaa Wazema'n gabaaseera.
Wazema'n maddeen dhimmicha beekan irraa mirkaneeffachuun gabaasa hojjate👇

Debretsion fi Abbaa Gadaa😐
07/28/2025

Debretsion fi Abbaa Gadaa😐

AMMEEHiriira mormii jabaate" soomaalen moyyaalee fudhachuun mirkanaa'e!!Ballinaan 👇
07/28/2025

AMMEE
Hiriira mormii jabaate" soomaalen moyyaalee fudhachuun mirkanaa'e!!
Ballinaan 👇

AGM kabajamoo, dubbiin enyummaa fi adaa ofii beekuu dubbii akka salphaatti laalam...

Abiyyi arginaan boosse jedhan😭😀Baay'ee tokko dandeessi"Actor" jabduu waggaa kanaati!! Aartii Oromoo kufte tana sadarkaa ...
07/28/2025

Abiyyi arginaan boosse jedhan😭😀
Baay'ee tokko dandeessi"Actor" jabduu waggaa kanaati!!
Aartii Oromoo kufte tana sadarkaa tokko ol kaasuu dandeechi!!😁👌

Address

Hamilton, ON

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Anole Global Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share