Mohammed Awwal Aliyyii

Mohammed Awwal Aliyyii Informations de contact, plan et itinéraire, formulaire de contact, heures d'ouverture, services, évaluations, photos, vidéos et annonces de Mohammed Awwal Aliyyii, Création digitale, Democratic Republic of the.

عش ما شئت فإنك ميت، وأحبب من شئت فإنك مفارقه .Live as long as you want you are going to die love whoever you want you are going to be separated from that person)

30/10/2024

ليس الإنجاز أنك تتزوج مبكراً
الإنجاز أن تجد الصالحة التي تُعينك على طاعة الله وحتى تغرُس في قلوب أبنائك التوحيد .نسأل الله التوفيق في الثانية والثالثة والرابعة.. أمين
منقول

29/10/2024
‏"طوبی لمن حَبَّ النبيَّ بقلبه،وبذكره طول الزمان ترنما!" ﷺ🌿💚
30/09/2024

‏"طوبی لمن حَبَّ النبيَّ بقلبه،
وبذكره طول الزمان ترنما!" ﷺ🌿💚

19/09/2024

Cichoomina qabaadhu

Bakka feetes jiraattu, akka feetes jiraattu, haalli jireenya keetiis sitti hammaatu...bakka yaaddee manaa baate sana gahuudhaaf, hanga dhumaa wareegama sirraa eeggamu hunda kafaluu qabda.

🙏

16/09/2024

Bu'aan obsaa gu'aa cobsa.!❗️

12/08/2024

اللهم لك الحمد والشكر كما ينبغي لجلال وجهك وعظيم سلطانك

Godhii nama hundaa deebisuu dandeenya, garuu Godhii fi tola haadhaa gooooonkuma deebisuu hin dandeenyu.Mommy الله يطول ل...
11/08/2024

Godhii nama hundaa deebisuu dandeenya, garuu Godhii fi tola haadhaa gooooonkuma deebisuu hin dandeenyu.

Mommy الله يطول لى عمرك ❤️

10/08/2024

YAA Allaah🤲
Rakoon jabaatte Furmaanni si bira malee hin jiru.
Yaa Rabbi Ati nu furi.
Aamiin!🤲🤲

Mana hiyyeessa fuudhee sooreessa hin dhiifne, beekaa fuudhee wallaalaa hin dhiifne, bareedaa fuudhee fokkisaa hin dhiifn...
10/08/2024

Mana hiyyeessa fuudhee sooreessa hin dhiifne, beekaa fuudhee wallaalaa hin dhiifne, bareedaa fuudhee fokkisaa hin dhiifne, arjaa fuudhee doyna hin dhiifne
Gowwaa fuudhee Abshaala hin dhiifne, Goota fuudhee dabeessa hin dhiifne,,,,,,, mana nama hundaaf wal qixaa mana erraa hafiinsi hin jirre……!!!
Yaarabbi yaa Allaah nubooharsi
Guyyaa kee malee wanni itti booharan hin jirre 🤲

Adresse

Democratic Republic Of The

Téléphone

+251915952788

Site Web

https://t.me/MAwwalAliyyii

Notifications

Soyez le premier à savoir et laissez-nous vous envoyer un courriel lorsque Mohammed Awwal Aliyyii publie des nouvelles et des promotions. Votre adresse e-mail ne sera pas utilisée à d'autres fins, et vous pouvez vous désabonner à tout moment.

Contacter L'entreprise

Envoyer un message à Mohammed Awwal Aliyyii:

Partager