Oromia true news

Oromia true news Kontaktinformationen, Karte und Wegbeschreibungen, Kontaktformulare, Öffnungszeiten, Dienstleistungen, Bewertungen, Fotos, Videos und Ankündigungen von Oromia true news, Medien- und Nachrichtenunternehmen, Frankfurt.

12/06/2025

How I get it for the reels

31/01/2025

Daa'ima Simboo Birhaanuu jedhamtu Guddeeddan irratti raawwachuun lubbuun baasan yaa uumaa maaloo nu hin dagatin😭😭😭😭😭😭

31/01/2025

Gidiraa fi Ajjeechan nurraa yaa dhaabbatu. ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️Kun sagalee Uummata Oromooti

31/01/2025

Rakkoo gidiraan uummanni Oromoo keessa jiru kan himamuu miti. Waan ijaa fi gurra namaatti hin tolle hedduu argaa dhaga'aa jirra. Amma gidduu kana immoo meettaa walqixxeetti daa'imni waggaa 8 Simboo Birhaanuu kan jedhamtu gudeedamtee duute yommuu jedhan olaantummaan seeraa hedduu laafuu isaa nutti mul'isa. Komoshiiniin mirga dhala namaa biyya kanaa maqaaf malee hin jiru. Addunyaan waan nutti callisteef hin beeknu. Qaama itti himannu hin qabnu. Yaa uumaa ati nu yaadadhu. Dhugaan abbaa dhugaatif😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

24/12/2022

nagaan keenya kan kabajaa isin yaa gahu jechaa shimma Finfinnee fi Oromoo GALGALA NU EEGAA

18/05/2022
18/05/2022
11/05/2022
05/05/2022
04/05/2022
04/05/2022

Adresse

Frankfurt

Telefon

+49926999787

Webseite

Benachrichtigungen

Lassen Sie sich von uns eine E-Mail senden und seien Sie der erste der Neuigkeiten und Aktionen von Oromia true news erfährt. Ihre E-Mail-Adresse wird nicht für andere Zwecke verwendet und Sie können sich jederzeit abmelden.

Teilen


Andere Medienfirmen in Frankfurt

Alles Anzeigen